Viidiyoo - Sagalee Ameerikaa

Godaantummaa irraa gara lammummaatti: Namoonni gara Ameerikaa godaanan Filannoorratti sagalee kennuun hoom hayyamamaf? - Caamsa 15, 2024


Listen Later

Deebiin isaa, eeyee, garuu erga “Nachuraalaayized siitizinis,” lammuummaa biyyattii argaanii booda.Kunis adeemsa dheeraa giriin kaardii argachuu irraa jalqabu, kaardii jiraataa dhaabbataa – permaanent siitizin - jedhamuunis beekama. Ibsituu Aliin Baarosin qophaahe Tigist Gammeetu dhiheessa.
...more
View all episodesView all episodes
Download on the App Store

Viidiyoo - Sagalee AmeerikaaBy VOA