Viidiyoo - Sagalee Ameerikaa

Ibsituu - Daabilee siyaasaa guguddoo Yunaaytid Isteets lamaan - Caamsa 10, 2024


Listen Later

Paartii Rippabilikaanii fi Dimookiraatii. Dhaabbilee siyaasaa guguddoo Yunaaytid Isteets lamaan.Dimookiraatii: 1792. Jalqaba Paartii Dimookiraatii-Rippabilikaanii jedhamee moggaafame ture, bara 1844tti ifatti Paartii Dimookiraatii ta’e.
...more
View all episodesView all episodes
Download on the App Store

Viidiyoo - Sagalee AmeerikaaBy VOA