Viidiyoo - Sagalee Ameerikaa

Kaadhimni ‘Third Party’ Maali? - Waxabajjii 17, 2024


Listen Later

Ameerikaan paartilee siyaasaa guguddoo lama qabdi – Dimookiraati fi Rippabilikaanii. Kaadhimamaa paartii sadaffaa, ‘Third Party’ jechuun jecha nama dhaaba paartilee siyaasaa guguddoo lamaan ala ijaarameef kaadhimamaa ta’ee dorgomuuf itti fayyadamamu.
...more
View all episodesView all episodes
Download on the App Store

Viidiyoo - Sagalee AmeerikaaBy VOA