Viidiyoo - Sagalee Ameerikaa

Masjiida Afrikaa Keessatti kan Jalqabaa Ta'uun Himamuuf Alnejaashii - Bitooteessa 07, 2025


Listen Later

Bulchiinsa Naannoo Tigraay keessatti kan argamuu fi Afrikaa keessatti isa jalqabaa kan ta’e Masjiidni Alnejaashii, yeroo wal waraansa Kaaba Itiyoophiiyaa miidhame deggeersa mootummaa Tarkiin suphamaa jira.
...more
View all episodesView all episodes
Download on the App Store

Viidiyoo - Sagalee AmeerikaaBy VOA