Oromo News 06/03/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Seera raawata naanna Woodbury County tti waagaa hin eegamneen baaye kan guddate qarqaarsa project Covid-19 dhaaf kennamu kan ilaalatu akka jiru himan. Gaazexan Sioux City akka gabaasetti boordi gama isaattin guyyaa kaleessa gara million $15.6 kaleessuudhaf gara mana hidhaatif kan kalaahan tarkaanfi hin fudhanne. Project jalqabuudhaf gimmitiin jalqaba kaahame gara Doolara million 34