Viidiyoo - Sagalee Ameerikaa

Prezidaantiin Yunaaytid Isteets Donaald Traamp Yaa'ii Waloo Kongireesii Irratti Haasawa Godhan - Bitooteessa 05, 2025


Listen Later

Prezidaantiin Yunaaytid Isteets Donaald Traamp Kibxata galgala yaa'ii waloo Kongireesii irratti haasawa godhan. Traamp karoora bulchiinsi isaanii akkaataa nagaha Baha Eddugaleessaa akkasumas Baha Awurooppaatti fiduu danda’amu irratti qabu dubbatan.
...more
View all episodesView all episodes
Download on the App Store

Viidiyoo - Sagalee AmeerikaaBy VOA