Sign up to save your podcasts
Or

bu’uura Labsii lakk.214/2011, Mana Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Hundeessuuf baheen aangoofi gahee hojii Mana Hojichaa gama qorannaa yakkaa gaggeessuu, qorannaa yakkaa hoogganuu fi Galmee qorannoo irratti bu’uura seeraatiin Murtii kennuun ifaan taa’ee jira . seera Deemsaa Falmii yakkaa biyya keenyaa jalatti gahee Abbaa Alangaa galmee qorannoo waliin walqabateee murtii kennuu akka danda’u .Akkasumaas JBAH dhimmoota yakka adda addaa irra deebiin qoratamee bahe jalattiis Gaheen abbaa Alangaa Galmee qorannaa yakkaa waliin walqabatee hojmaata ifa ta’een deeggaruun tajaajila si’ataafi qulqullina qabu kennuun Labsicha hojiirra oolchuuf taa’ee jira.
websaayitii Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa
By Hasen Mh Hassen5
11 ratings