SBS Inglishii Afaan Oromootiin baradhu

#48 How to talk about your body pain (Med) - Dhukkubbii qama kee akkamitti akka himattu


Listen Later

Learn how to describe your body pain. Plus, hear some tips from a physiotherapist if you feel pain. - Akkka itti dhukkubbii qaamaa ibsatan baradhaa. akkasumas yoo dhukkubbiin isinitti dhaga'ama tahe gorsa tokko tokko ogeessa fayyaa qaamaa irraa dhagahaa. Afaan Inglishiis achumaan barattuu.
...more
View all episodesView all episodes
Download on the App Store

SBS Inglishii Afaan Oromootiin baradhuBy SBS