Learn how to say you don’t understand. Plus hear a comedian’s funny story about misunderstanding an Australian idiom. - Learn how to say you don’t understand. Plus hear a comedian’s funny story about misunderstanding an Australian idiom. Afaan Inglishii nama waliin gaafa dubbattan, naaf hin galle, hin hubatne jechuuf akkamiin of ibsuu akka dandeessan baradhaa. Akkasumas loqoda Austraaliyaanotaa tokko tokko namootni bebbeekamoon tokko tokko irraa qoosaan dhaggeeffadhaa itti bashannanaa, irraa baradhaas.