SBS Afaan Oromoo

Australian Sagalee referendamii warra abbootii dachee(indigenous) “Lakki” jedhte


Listen Later

Refrendamii seena-qabeessa Sanbata xiqqaa dabre gaggeeffameen kutaalee biyyattii jaha fi Northern Territory keessatti sagaleen “Lakkii”galmaa’eera. Sagalee eeyyee kan galmeesse Magaalaa guddittii Australia qofa ture.
...more
View all episodesView all episodes
Download on the App Store

SBS Afaan OromooBy SBS