SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

Download on the App Store

SBS Afaan Oromoo episodes

  • Mastering English proficiency: steps to boost your language skills - Ga'umsa Afaan Inglishii qabaachuu"Tarkaanfiwwan dandeettii afaan Inglishii kee guddisan-AE
    Learning English can serve as both a requirement for your student visa and a pathway to future academic pursuits. It also has the potential to enhance your career prospects or become a personal goal. With so many study options and informal learning opportunities, there should be few obstacles to improving your English skills. - Afaan English barachuun bartooti hayyama viizaa argachuu isaan dandeessisuutti dabalee barmootaa isaanii kan gara fuulduraaf hordofuufis isaan gargaara. Akkasumas, jireenya isaanii jabeeffachuu ykn waan akeekkan guuttachuuf isaan gargaara. Filmaata barbmootaa heddeuu jiruu fi carree barachuuf mijjatee jiru keessatti danqaalee mudatan irra aanuudhaan Afaan English barbachuun siif danda’ama.
    13 min
  • Bonus Practice: #119 Talking about hay fever (Med) - Shaakala Dabalaa: #119 Waa'ee hay fever dubbanna(Med)
    Practise speaking the dialogue from episode #119 Talking about hay fever (Med). - Waa'ee dhukkuba yeroo daraaraan harca'uu irraa dubbachuun afaan waliin dubbannaa shaakalaa #119 Waa'ee hay fever irraa dubbanna (Med).

    Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
    5 min
  • #119 Talking about hay fever (Med) - #119 waa'ee hay fever dubbanna (Med)
    Learn English useful for talking about hay fever. Practise everyday phrases for describing symptoms, talking about medicine, and responding kindly when someone has hay fever. - Waa'ee hay fever(dhibee wanneen daraaraa irraa harca'un nama hubu) irraa dubbachuun afaan barattu. Mallattoo dhibee kanaa fi waa'ee qorsa fudhatamuu, akkasumas nama hay fever qabeen haala toltanii dubbachuuf jechoota akkaataa itti waa ibsitan barattu.

    Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
    - Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
    13 min
  • How people shape change, and why your voice matters | How Australia Works - Akkamiin seera morodu, maaliifis sagaleen kee barbaachise|Akka itti Jireenya Australia
    Can a small group change a local council decision? When Julie learns her community library may close, she joins other residents in a campaign to save it. Her story explores how you can take part in Australian democracy by signing petitions, attending community meetings, contacting councillors and voting. - Gareen xiqqaan murtoo gumii naannoo(council) jijjiiruu danda’aa? Julie manni kitaabaa hawaasni naannoo itti fayyadamu cufamuuf akka jedhu gaafa dhageessu, jiraattota biraa waliin ta'uun duula duula cufamuu kana oolchu taasifte. Seenaan ishee akkamitti waraqaa iyyannoo mallatteessuu, walgahii hawaasaa irratti hirmaachuu, miseensota gumii naannoo qunnamuu fi sagalee kennuudhaan dimokiraasii Australia keessatti hirmaachuu akka dandeessu hubatta.

    How Australia Works is an SBS podcast that uses real stories and clear explanations to help you understand how government work in Australia, how laws are made and changed, and how you can have a say. Listen to the series and find shorter versions in 60 languages on the How Australia Works main page. - Akka itti jireenya Australia kan jedhu poodkastii SBS, seenaa dhugaa fi ibsa ifaa fayyadamee Australia keessatti akkaataa itti mootummaan hojjetu hubachuuf isin gargaara, akkasumas akkamitti akka seerri bahu fi jijjiiramu, isinis keessatti yaada akkamitti akka kennattan hubachuuf isin gargaara. Qophiilee wal duraa duubaan afaanota 60n qophaawan fuula isa jalqabaa Akka itti jireenya Australia ( How Australia Works main page) irraa dhaggeeffadhaa.
    7 min
  • Jijjiirama tajaajila Afaanota Australia irratti SBS gamaaggama haaraa taasisa- Maree
    Kanneen Afaan lama dubbattan fi maatiin godaantotaa hedduun sagantaa radio Afaan SBS dhaggeeffachuudhaan waan wal qabatu yaadannoo dhuunfaa ofii isaanii ni qabu. Sagantaan kun waggoota dabraniif babal’achaa fi guddachaa deemee jira. Amma yeroon tajaajila kennaa tureen jijjiirama hawaasa keessatti calaqisaa jiru, Australia ammayoofteef maal akka barbaachisu ilaalchisee Tajaajila Afaanii Gulaaluu ilaaluuf of qopheessuu bira gahamee jira. Gamaaggamni kun ummata ni marihachiisa. Itti-bahi gulaallii kanaas waggaa dhufu baatii Fulbaanaa keessa labsama. Mareen ummataaf banaa dha.
    7 min
  • How can we stop domestic violence at the start? - Akkamiin dursanii jeequmsa mana keessaa ittisu?
    How can we help raise children to be respectful partners when social media has such a strong influence? Learn how to talk to young people and encourage open conversations to ensure that we end gender-based violence. - Saba himaalee dhiibbaa hamaa geessisaa jiru kana keessatti ijoolleen karaa itti maatii gaarii ijaarratani irrattti akkamiin guddisuu dandeenya? Dargaggoota waliin iftoominaan akka itti dubbattanii fi waliin maree jajjabeessitanii jeequmsa mana keessaa saala irratti hundaa'etti xumura akka itti goodhtan baradhaa.
    18 min
  • How laws change, and why it takes time | How Australia Works - Seerri akkamitti jijjiirama, maaliifis yeroo fudhata /Akka itti Jireenya Australia
    How do laws change in Australia? Through Rodney Croome’s campaigns for human rights and marriage equality, learn how personal stories, community action, courts and parliament can help change the law, and why the process can take time. - Australia keessatti seerri akkamitti jijjiirama?Duula mirga namoomaa fi walqixxummaaf Rodney Croome taasiseen, seenaan dhuunfaa, akkamitti tarkaanfiin hawaasaa, manneen murtii fi paarlaamaa seera jijjiiruuf gargaaruu akka danda'u, akkasumas adeemsichi maaliif yeroo fudhachuu akka danda'u baradhu.

    How Australia Works is an SBS podcast that uses real stories and clear explanations to help you understand how government work in Australia, how laws are made and changed, and how you can have a say. Listen to the series and find shorter versions in 60 languages on the How Australia Works main page. - Akka itti jireenya Australia kan jedhu poodkastii SBS, seenaa dhugaa fi ibsa ifaa fayyadamee Australia keessatti akkaataa itti mootummaan hojjetu hubachuuf isin gargaara, akkasumas akkamitti akka seerri bahu fi jijjiiramu, isinis keessatti yaada akkamitti akka kennattan hubachuuf isin gargaara. Qophiilee wal duraa duubaan afaanota 60n qophaawan fuula isa jalqabaa Akka itti jireenya Australia ( How Australia Works main page) irraa dhaggeeffadhaa.
    6 min
  • How laws are made, and how they affect you | How Australia Works - Seerri akkamitti tolfama, akkmittis dhiibbaa sirratti qabaata|Akka itti Jireenya Australia
    How are laws made in Australia? Through Wurundjeri Elder Uncle Dave Wandin’s story of the Birrarung, also known as the Yarra River, learn how an idea becomes a bill, passes through Victoria’s parliament and receives royal assent, the formal approval that makes it law. - Australia keessatti seerotni akkamtti tolfamu? Karaa seenaa maanguddoo Wurundjeri Uncle Dave Wandin’s nama Birrarung, akkasumas Yarra River, jedhamuun beekamuu yaadni tokko akkamitti akka wixinee seera ta'ee, paarlaamaa Victoria keessa dabree eyyama moototaa akka argatu, kunis eeyyama sirna seeraa kan isa taasisu.

    How Australia Works is an SBS podcast that uses real stories and clear explanations to help you understand how government work in Australia, how laws are made and changed, and how you can have a say. Listen to the series and find shorter versions in 60 languages on the How Australia Works main page. - Akka itti jireenya Australia kan jedhu poodkastii SBS, seenaa dhugaa fi ibsa ifaa fayyadamee Australia keessatti akkaataa itti mootummaan hojjetu hubachuuf isin gargaara, akkasumas akkamitti akka seerri bahu fi jijjiiramu, isinis keessatti yaada akkamitti akka kennattan hubachuuf isin gargaara. Qophiilee wal duraa duubaan afaanota 60n qophaawan fuula isa jalqabaa Akka itti jireenya Australia ( How Australia Works main page) irraa dhaggeeffadhaa.
    11 min
  • Why power is split, and how that protects you | How Australia Works - Aangoon maaliif adda baafama, sunis akkamitti si eega | Akka itti jireenya Australia-
    After receiving a fine for not wearing his motorbike helmet correctly, Hugo decides to have the matter heard in court. His story explains how Parliament, government and the courts have different roles, and how some official decisions can be questioned. - Namni Hugo jedhamu motora yeroo oofu gonfoo eeggannoo mataatti kaayyachuu dhabuu isaatiin addabbii maallaqaa erga isa argateen booda dhimmichi mana murtiitti akka ilaalamu iyyate. Seenaan isaa akkamitti paarlaamaan, mootummaan fi manneen murtii gahee adda addaa akka qaban fi murtiwwan seera qabeessa tahan tokko tokko akkamitti gaaffii keessa galuu akka danda'an ibsa.

    How Australia Works is an SBS podcast that uses real stories and clear explanations to help you understand how government work in Australia, how laws are made and changed, and how you can have a say. Listen to the series and find shorter versions in 60 languages on the How Australia Works main page. - Akka itti jireenya Australia kan jedhu poodkastii SBS, seenaa dhugaa fi ibsa ifaa fayyadamee Australia keessatti akkaataa itti mootummaan hojjetu hubachuuf isin gargaara, akkasumas akkamitti akka seerri bahu fi jijjiiramu, isinis keessatti yaada akkamitti akka kennattan hubachuuf isin gargaara. Qophiilee wal duraa duubaan afaanota 60n qophaawan fuula isa jalqabaa Akka itti jireenya Australia ( How Australia Works main page) irraa dhaggeeffadhaa.
    7 min

About SBS Afaan Oromoo

From the publisher's feed

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.