SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

Download on the App Store

SBS Afaan Oromoo episodes

  • How can my child learn about Indigenous Australia? - Ijoolleen koo waa'ee Abbootii Dachee Australia akkamiin barachuu danda'u - AE
    Supporting your child’s connection with the world’s oldest continuing living culture is one of the greatest gifts you can offer them while raising them in Australia. But if you’re new to the country, you may be unsure where to begin. Here are some starting points and ideas to help you and your child learn about Aboriginal and Torres Strait Islander peoples, cultures and history. - Walitti dhufeenya ijoolleen keessan aadaa addunyaa irratti turaa tahe akkasumas jiraataa fi itti fufiinsa qabu deeggaruun ijoollee keessan Australia keessatti guddachaa jiraniif kennaawwan gurugddaa kennuufii dandeessan keessaa isa tokko dha. Garuu yoo biyyattiif haaraa taatan eessaa akka eegaltan beekuu dhiisuu maltu. Ijoolleen keessan waa'ee aadaa fi seenaa ummattoota Abbootii Dachee fi Torres Strait Islander akka baraniif qabxiiilee fi yaaddan isin gargaaruu danda'an tokko tokko kunoo ti.
    7 min
  • Birth and pregnancy care options in Australia - Da'umsaa fi ulfa ilaalchisee filannowwan Australia keessa jiran- Australia Explained
    If you're first-time parents in Australia, choosing where and how to give birth can feel overwhelming. Whether you go through the public or private health system, it is important to understand your options and know where to reach out for advice to make the right decision for you and your baby. - Australia keessatti reef jalqabaaf daa'ima godhachuuf tahe, eessatti akka deessuu fi akkamtitti akka deessu filachuun xiqqoo rakkisaa tahuu mala. Kan yoo mana yaalaa mootummaa ykn kan dhuunfaatti da'uu barbaadduu filannowwan jiran beekuun kee baayyee barbaachisaa dha. Akkasumas ofii kee fi daaíma keef murtii qajeelaa fudhachuuf eessaa akka gorsa argattu illee beekuun kee dansa.
    12 min
  • #116 Visiting a vet (Med) - #116 Tajaajila ogeessa beeyladdaa- Learn English
    Learn English useful for talking about your sick pet. Practise everyday phrases for explaining when an animal is not eating, drinking, or acting normally. - Beeylada manaa keessan tajaajilchiisuuf yeroo deemtanitti afaan dubbannaa keessan fooyyeffachuuf jechoota haaraa baradhaa. Keessattuu yeroo beeyladni keessan waa nyaachuu ykn dhuguu didan, ykn amala addaa agarsiisan jechoota itti fayyadamtanii ibsitan qophii kana irraa barattu.

    Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
    - Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
    16 min
  • Can you pick fruit from someone's garden? - Ooyiruu namaa keessaa fuduraa fi kuduraa cirachuu dandeessuu? - Australia Explained
    Walking through an Australian suburb, you might spot everything from curry leaves and lemons to tomatoes and herbs growing in front gardens or on verges. But is it legal to pick it? This guide explains when it's legal to pick produce, why permission matters, and how community gardens offer another way to grow your own food. - Naannawa Australia keessa yeroo deemtan tarii biqiltoowwan kanneen akka baala urgooftuu fi loomil irraa haga timaatimatti manneen namaa fuulduratti biqilanii ykn qarqara karaatti biqilanii arguu maltu. Garu cirachuun seeraan ehamamaa dhaa? Qophiin kun yeroo itti oomisha akkasii fayyadamuun ehamamuu fi ehamnis maaliif barbaachisaa akka tahe akkasumas qonnaan hawaasaa karaa biraa isin ittiin fayyadamtanii oomisha barbaaddan itti qotatachuu dandeessan tahuu ibsa.
    11 min
  • Bonus Practice: #115 Working on the side (Med) - Shaakala Dabalaa: #115 Hojii sutataa(dabalaa) hojjechuu (Med)
    Practise speaking the dialogue from episode #115 Working on the side. - Qophii #115 kana caqasuun jechoota haaraa barattu. Waliin dubbannaa hojii sutataa(dabala hojii) kan dhaabbataa irratti qaban biratti hojjetan ilaalchisee namootni haasawan caqasuun jechoota hedduu barachuu dandeessan.

    Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
    4 min
  • What are the rules for taking photos in Australia? - Australia keessatti suuraa kaafachuuf seera akkamtu jira? - Australia Explained
    Whether you’re new to taking photographs, a social media content creator or a professional photographer, it’s important to be aware of where you can and can’t take photographs. Here’s what to consider before you take that perfect photograph, legally. - Suuraa kaasuuf haaraa yoo taate, qabiyyee miidiyaa hawaasaa uumuu ykn ogeessa suuraa kaasu yoo taate, bakka suuraa kaasuu dandeessu fi hin dandeenye beekuun barbaachisaa dha. Suuraa mudaa hin qabne sana kaasuun dura waan ilaaluu qabdan kuno ti, seeraan.
    11 min
  • What are my rights if stopped by police in Australia? - Australia keessatti yoo poolisiin na dhaabe mirgootni koo maalfaa dha? - AE
    Police officers have a range of operational powers they can exercise under legislation, including to ask questions, give ‘move on’ directions and conduct searches. Here’s what you need to know about your basic rights and obligations in a police interaction. - Poolisootni aangoo hojii seera jalatti fayyadamuu danda'an adda addaa qabu, kanneen akka gaaffii nama gaafachuu, kallattii ykn qajeelfama akka "socho'i" ("move on") jedhu dabarsuu fi nama sakatta'uu dabalatee. Yeroo poolisiin waliin dubbattan keessatti mirgootaa fi dirqamoota isin qabdan beekuun isini irra jiru kunoo ti.
    13 min
  • #115 Working on the side (Med) - #115 hojii sutataa(dabalaa) (Med)
    Learn English useful for talking about side hustles and earning extra income. Practise everyday phrases for describing additional work, managing responsibilities, and talking about money. - Namootni baayyeen hojii dhaabbataa isaanii biratti hojii sutataa ykn dabalaa cinatti ni hojjetu. waa'ee hojii dabalataa kanaan galii argachuu ilaalchisee waliin dubbatamu kana irraa afaan Inglishii keessan fooyyeffattu. Jechoota guyya guyyaatti waa'ee hojii dabalaa, itti gaafatamummaa jiran mijeeffachuu, waa'ee qarshii fi kkf waliin dubbachuun jechoota haaraa shaakalaa.

    Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
    - Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
    14 min
  • Ob Abdallaa Sheekaa fi ob Bantii Ol'iiqaa lakkoofsa ummataa - Census ilaalchisee
    Obbo Bantii Ol'iiqaa fi obbo Abdallaa Sheekaa, lakkoofsa ummataa ykn Census Australia torban dhufu gaggeeffamuuf deemu, hawaasni keenya sirriitti hubatee guutuu qaba jedhu. Guyyaan Kibxata(Tuesday) Hagayya ((August) 11,2026 galgala yeroo tahu, namootni waraqaa argatanis dursanii guutuu danda'u jedhu. Aadaa fi afaan ofii sirriitti dhugummaan guutuun tajaajila barbaachisu hawaasichi argachuu irratt bu'aa qabaachuu irra dabree bakka bu'ummaa ofii dhugoomsuu dhas jedhu obbo Abdallaa fi obbo Bantiin. Caalaatti hubachuuf caqasaa.
    13 min

About SBS Afaan Oromoo

From the publisher's feed

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.