Sign up to save your podcastsEmail addressPasswordRegisterOrContinue with GoogleAlready have an account? Log in here.
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.... more
FAQs about SBS Afaan Oromoo:How many episodes does SBS Afaan Oromoo have?The podcast currently has 159 episodes available.
February 05, 2025#79 Talking about visas (Med) - #79 Visa irraa dubbachuu(giddu-gala afaanii)Learn how to talk about your visa status. - Dhimma Visa irraa dubbachuun afaanis achuumaan ni baratama....more16minPlay
February 05, 2025Are you breaching copyright when using social media? - Yeroo saba himaalee (social media) fayyadamtan mirga abbummaa(copy right) cabsaa jirtuu?Have you ever shared someone else’s video or music on social media without their permission? Chances are you were infringing their copyright. Understanding how copyright is applied will help you avoid awkward situations and potentially serious consequences. - Video ykn muuziqaa kan nama biroo hayyama abbichaa malee sabaa himaalee irratti namoota kaaniif qooddee beektaa? Kun seera mirga abbummaa (copy right) cabsuu jedhama. Akkaataa mirgi abbummaa itti hojjii irra oolu hubachuun haalawwan rakkoo sitti fiduu danda'anii fi itti baha hin malle irraa akka baraaramtu si gargaara....more13minPlay
January 29, 2025#78 Talking about holidays (Med) - #78 Waa'ee yeroo boqonnaa irraa dubbachuu(Med)Learn how to talk about recent holiday or trip. - Dhiheenya kana bakka bashannanaa ykn boqonnaaf deemtan taha. Mee waa'ee isaa irraa waliin dubbachuun wal irraa baradhaa....more14minPlay
January 29, 2025Understanding shared housing in Australia - Australia keessatti mana jireenyaa waliinii hubachuuShared housing is becoming increasingly popular in Australia, as more people look to reduce rental costs. So, what key factors should you consider when searching for shared accommodation, and how can you avoid potential scams? - Australia keessatti namoonni baay’een baasii kiraa manaa qusachuuf mana tokko namoota biroo waliin qooddachuu waan barbaadaniif manneen waliinii jireenyaa(shared housing) hedduu jaallatamaa dha. Kanaafuu, akkamittiin gowwomsaa(scam) wanneen tahanii akka of irraa ittistu dabalee, mana waliin jireenyaa yeroo murteeffattu wanneen ilaaluu qbdutu jiran....more11minPlay
January 22, 2025Guyyaa Eebbaa Ijoollee Oromoof addatti qopheessuun maatii fi ijoolleef bu'aa qaba - obbo Aliyyee GalatooGuyyaan Eebbaa (graduation day) Ijoollee Oromoof addatti hawaasa keessatti qopheessuun maatii fi ijoolleef bu'aa qaba - obbo Aliyyee Galatoo....more11minPlay
January 22, 2025What does January 26 mean to Indigenous Australians? - Abboottii Dachee Australiatiif Amajjii 26 jechuun maali?In Australia, January 26 is the national day, but the date is contentious. Many migrants who are new to Australia want to celebrate their new home, but it’s important to understand the full story behind the day. - Australia keessatti, Amajjiin 26 guyyaa biyyaalessaa ti, gruu guyyaan kun wal falmisiisaa dha. Godaantoti hedduun Australiatiif haaraa tahan Guyyaa biyya isaanii haaraa kana kabajatuu barbaadu garuu Guyyaa kana duubaan seenaa jiru guutummaatti hubachuun barabaachisaa dha....more9minPlay
January 15, 2025#77 Setting up a tent (Med) - #77 Bakka bashannanaatti dahoo ijaarrachuu(giddu-gala afaanii)Learn how talk about setting up a tent. - Bakka bashannanaatti namootni dahoo(Tent) ijaarratu. Asi irratti waa'ee dahoo kanaa waliin dubbachuun afaan akka wal irraa baratamu hubattu....more16minPlay
January 15, 2025Are you in need of crisis accommodation? - Mana Jireenyaa hatattamaaf barbaaddaa?If you are homeless or at risk of becoming homeless it can be difficult knowing who to ask for a safe place to go. You don’t have to feel isolated, and there is no shame in asking for help. There are services that can point you to crisis accommodation and support, wherever you are. - Yoo man-dhabilee taatee jirta tahe ykn man-dhabilee tahuuf jirta tahe bakka siif tahu turtu eenyuun akka gaafattu beekuu dhabuun si rakkisuu danda’a. Qofummaan sitti dhagahamuu hin qabu, gargaarsa gaafachuunis qaanii miti. Yeroo mana hatattamaaf (crisis accommodation) si mudatu bakka kami illee yoo jiraatte Australia keessa gargaarsa ni jira....more14minPlay
January 08, 2025Waggaa Haaraatti Maatii koof Waan haaraan taheera- PHD Araarsoo Ol'aaniiKaadhimamaan PHD, Araarsoo Ol'aanii Monashi University irraa Ayyaanii Dhalchuu Kiristoos ayyaana hiikaa gdi fagoo anaa fi maatii koof qabu dha jedhe....more6minPlay
January 08, 2025Ayyaantuu Damee Waggaan kun anaaf maatii koof adda jedhteAyyaantuu Damee, Guyyaa dhaloota Kirstoos maatiidhumaan kabajna jechuun nutti himte. Bara kana Guyyaa Dhaloota Kirstoos (Christmas) dirqama hojii irra turte, mucaa ilmaas deessiste. Waan gaariin tahee arguun qalbii koo gammachiise, maatii mucaa saniis gammachiise. Anis hojii booda maatii koo waliin yeroo Ayyaanaa gaariin dabarse jedhti....more6minPlay
FAQs about SBS Afaan Oromoo:How many episodes does SBS Afaan Oromoo have?The podcast currently has 159 episodes available.