SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

Download on the App Store

SBS Afaan Oromoo episodes

  • What is the Garma Festival and why is it important? - Ayyaanni Garma ykn Garma Festival maal akkasumas maaliif barbaachise?- Australia Explained
    The Garma Festival is Australia’s largest Indigenous cultural gathering where thousands of people travel to a remote town in Nhulunbuy on northeast Arnhem Land in the Northern Territory. Here's what happens at Garma and who can attend. - Ayyaanni Garmaa walitti dhufeenya aadaa Abbootii Dachee Australia isa guddaa yoo ta’u namoonni kumaatamaan lakkaa’aman gara magaalaa fagoo Nhulunbuy gara kaaba baha Dachee Arnhem fi noonnoo Kibba biyyattiitti argamutti imalani dha. Garma keessatti maaltu akka tahuu fi eenyus irraa hirmaachuu akka danda'u qophii kana keessatti ibsama.
    8 min
  • Bonus Practice: #114 Talking about the Census and data security (Med) - Shaakala Dabalataa: #114 Waa'ee lakkoofsa Ummataa fi tika Data irraa dubbachuu - LE
    Practise speaking the dialogue from episode #114 Talking about the Census and data security. - Qophii Shaakala Dabalataa kan #114 irraa waa'ee Lakkoofsa Ummataa fi tika Data irraa dubbachuun waliin haasawa shaakaluu dandeessu. Yeroo qophii kana dhaggeeffattan jechoota haaraa barattu. Lakkoofsi Ummata(Census) jechuun maal, maal gochuu qabdu, iccitiin dhuunfaa akkamiin eegama kan jedhus irraa barattu.

    Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
    4 min
  • When can my teenager start work in Australia? - Australia keessatti dardarri yoom hojii eegaluu danda'u?- Australia Explained
    Teenagers in Australia can undertake paid work under certain restrictions, with general employment rights also protecting young workers. Here’s what you need to know as a parent or guardian of a worker under 18. - Dargaggoonni Australia daangawwan murta'an jalatti hojii kaffaltii qabu qabaachuu danda'u, mirgi waliigala hojjettootaa kan dargaggootaas ni eega. Akka warra ykn guddisee hojjettoota umrii ganna 18 gadiitti wanti isin beekuu qabdan kunoo ti.
    13 min
  • Tapha FIFA Addunyaa Bara 2026 tapha 34fa - World Cup 2026
    Spain tapha xumuraa waancaa addunyaa FIFA irratti bakka ishee galmeessitee jirti, walakkaa xumuraa irratti gahumsa olaantummaa qabuun Faransaay 2 fi 0n injifatteetti. Mo'amuun kun abdii Les Bleus waancaa addunyaa sadaffaa fuudhuuf qabu kan xumuru yoo ta'u, amma xiyyeeffannaan isaanii gara tapha xumuraa Dilbata sadarkaa sadaffaatti ce'eera.
    4 min
  • #114 Talking about the Census and data security (Med) - #114 Waa'ee Lakkoofsa Ummataa Australia keessaa fi nageenya data Learn English
    Learn English useful for talking about the Census, data security, and protecting personal information. Practise everyday phrases for expressing concern, explaining risks, and talking about how data is kept safe. - Lakkoofsi Ummataa(Census) Australia keessatti Hagayya 11, 2026 Halkan taasifama. Namni Australia keessa jiru hundi lakkaa'amuu qaba. Kaan maarsariitii irratti guutu, kaaniif ammoo uunkaatu ergama. Qophii kana keessatti waa'ee Lakkoofsa Ummataa fi, nageenya data akkasumas eegumsa odeeffatnoo dhuunfaa irraa dubbachuun afaan inglishii keessanis fooyyeffattu. Yaaddoo ofii ibsachuu, balaa qabaata moo fi akkaataa itti data tiksan irratti dubbachuun jechoota haaraa shaakaltu.

    Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
    - Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
    14 min
  • 2026 Census: What you need to know to ensure you’re counted - Lakkoofsa Ummataa Australia (Census): Lakkoofsa keessa jiraachuuf maal beekuu qabdu- Australia Explained
    The 2026 Census is on Tuesday 11 August and every person in Australia on this night must be counted. Census data is used to understand where we live, the languages we use at home (including Auslan), the support we need and how Australia is changing as a nation. Being counted helps ensure your community, culture and beliefs are represented. Here’s what you need to know about completing the Census for your household. - Lakkoofsi ummataa(Census) bara 2026 Kibxata(Tuesday) Hagayya (August) 11 yoo ta’u namni halkan kana Australia keessa jiru hundi lakkaa’amuu qaba. Daataan lakkoofsa ummataa bakka jiraatnu, afaanota mana keessatti dubbatnu (Auslan dabalatee), deeggarsa nu barbaachisu fi akkaataa biyyai Australia akka sabaatti jijjiiramaa jirtu hubachuuf kan gargaaru dha. Lakkaa’amuun hawaasni kee, aadaan kee fi amantaan kee bakka bu’ummaa akka qabaatu gargaara. Waa’ee Lakkoofsa Ummataa mana keessaniif xumuruu wanti beekuu qabdan kunooti.
    14 min
  • Bonus Practice: #113 Talking about winter comfort food (Med) - Dabala shaakalaa: #113 Waa'ee nyaata yeroo qorraa dubbachuu - Learn English
    Practise speaking the dialogue from episode #113 Talking about winter comfort food. - Qophii dabala shaakalaa #113 waa'ee nyaata yeroo qorraa dubbachuu irraa jechoota haaraa shaakalaa. Waliin dubbatnaa kana caqasuu fi duukaa shaakaluun afaan fooyyessachuuf isin gargaara.

    Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
    4 min
  • How to get into inclusive football in Australia - Akkaataa kubbaa miilaa Australia hunda hammatetti hirmaattan- Australia Explained
    It’s no exaggeration when we hear that the FIFA World Cup is bringing the world together. After all, football is known as the world’s most popular sport. But football really begins on the suburban ovals and in the local clubs, with everyday players of all ages and abilities. Here’s how you can become one of them. - Geebni Addunyaa FIFA addunyaa walitti fidaa jira jechuu yeroo dhageenyu dhaadessa miti. Hundaafuu kubbaan miilaa ispoortii addunyaa irratti beekamaa dha. Garuu kubbaan miilaa dhuguma ganduma keessaa fi naannoo magaalaa akkasumas kilaboota biyya keessaa irraa jalqaba. Taphattoota guyyaa guyyaa umurii fi dandeettii hunda qabantus irratti hirmaata. Akkamitti isaan keessaa tokko ta’uu akka dandeessu kunoo ti.


      13 min
    • Geeba Addunyaa - FIFA 2026 guyyaa 20ffaa- Mexico ni mo'atte
      Tapha har'aa Mexicoon 2-1n Ecuador mo'atte. Keessummeesituu Mexicoon gara marsaa 16ffaatti kan darbite yoo ta'u, taphataa sarara fuulduraa Strikers Erling Haaland fi Kylian Mbappe tokkoon tokkoon isaanii goolii lama galchuun Norway fi Fransaayi akka dabran taasiseera,
      5 min

    About SBS Afaan Oromoo

    From the publisher's feed

    Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.