Reality talk show

CAL JEDHII dhaggeeffadhu


Listen Later

#CAL #JEDHII #dhaggeeffadhu
Dubbattee madaatti,madaa dabaluurra cal jechuu filadhu.dubbattee diiguu keerra cal jechuun keeyyuu ijaarsadha.sababnisaa afaankee homaa waa ijaaaruu hin beeku yoo ta'ee diigeetu dhoqqeen maka.afaanni ijaaruu hin barre sun diiguuf karaa hin dhabu.kanaaf dubbattee diiguurra cal jettee ijaaruutu filatamaadha.
Kana tilmaamtee ykn yaada keetti qabattee beektaa!
...more
View all episodesView all episodes
Download on the App Store

Reality talk showBy Yohanis Hundessa

  • 5
  • 5
  • 5
  • 5
  • 5

5

5 ratings