Sign up to save your podcasts
Or
Haalli amma sabi keenya keessa jiru, sadarkaa qabsoon keenya irra ga’e fi tarkanfii mootummoota addunyaa kana ilaalchisee, xinxala haala jiru kana ilaaludhan humna qabsoo keenya fi qabsa’ota jabbessuun haala fardidha. Kanaaf MDHO conferensi tokko haala kana ilaalchisee qophessera. Kanaaf hayyoota Oromoo Prof. Asafaa Jaalataa, Dr.Baaroo Dheeressaa fi Barreessaa fi hayyuu siyaasaa Obbo Kumsaa Buraayyuu tu qormaata dhiyeesse. Kutaa qaraa kana keessatti Obbo Kumsaa fi Prof Asaffaa Jaalataatu qorannoo isaanii dhiyeessan.
Itti dhiyaadha.
Support the show

4 Listeners