Egeree Oromiyaa- EOs Podcast

Kutaa 2ffaa Yaa'ii 2ffaa Miidiyaa Dhaddacha Oromoo, Bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa


Listen Later

[email protected]

Haalli amma sabi keenya keessa jiru, sadarkaa qabsoon keenya irra ga’e fi tarkanfii mootummoota addunyaa kana ilaalchisee, xinxala haala jiru kana ilaaludhan humna qabsoo keenya fi qabsa’ota jabbessuun haala fardidha. Kanaaf MDHO conferensi tokko haala kana ilaalchisee qophessera. Kanaaf hayyoota Oromoo Prof. Asafaa Jaalataa, Dr.Baaroo Dheeressaa fi Barreessaa fi hayyuu siyaasaa Obbo Kumsaa Buraayyuu tu qormaata dhiyeesse. Kutaa 2ffaa kana  kana keessatti   qormaata Dr Baaroo Qannoo Dheeressaa fi gaaffilee hirmaattoonni hayyoota keenyaf dhiyeessan akkuma jirutti siniif dhiyeessine.
Itti dhiyaadha.

Support the show

...more
View all episodesView all episodes
Download on the App Store

Egeree Oromiyaa- EOs PodcastBy CHALA ABATE


More shows like Egeree Oromiyaa- EOs Podcast

View all
Biyemp3 by Biyemp3

Biyemp3

4 Listeners