SBS Afaan Oromoo

Sagalee Referendamf Yaada namootaa


Listen Later

Mootummaan Federaalaa Sagalee Warra Abbaa Dachee (Indigenous) Parlamaa keessatti dabaluuf Australiayanotni akka murteessaniif referendamii yaame. Guyyaan Onkololeessa 14 bara 2023. Jiraattotni biyyaa yaada maal qabu? Ummatni Oromoo , lammummaa qabu kana irratti yaada akkam qaba? Akkasumas namootni kaan yaada akkam qabu, akkamittis filuuf deemu, wanti hin hubatin akkmitti hubachuu danda’u kan jedhanii fi kan kana fakkaataniif namootni tokko tokko yaada dhuunfaa isaanii kennaa jiru. Yaada namootni gara garaa kennan olitti caqasaa.
...more
View all episodesView all episodes
Download on the App Store

SBS Afaan OromooBy SBS