FATAAWAA 92FFAA
Sagantaa 334ffaa
May 4, 2018
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
☑️ Odeeyfannoo
☑️ Qophii Keeysummaa, dhimma hayyama dhaabbata MIDROC
Irratti xiyyeeffachuun, turtii gabaaduu Professor Muhammad
Abbaa Jabal Xaahiroo wajji goone
☑️ Qaroomina Islaamaa Dachii Habashaa Keessatti
Dr. Abdallaah Khadiir
Ka’uumsaa fi Sababaa Hijraa
☑️ Fataawaa NuuralHudaa
Sheikh Alii Jimmaa
Gaafilee Ramadaanaa
Qooda 2ffaa