Unlike some other countries, Australians do not pay an inheritance tax on the assets they inherit. Even so, strict inheritance laws are in place, and with more than 50 per cent of Australians dying without a Will, the courts often intervene. - Akka biyyoota biroo, lammiileen Australia qabeenya dhaalmaan argatani irratti gibira hin kaffalan. Haa tahuu, seerri dhaalmaa cimaan haa jiraatu iyyuu , lammiileen Australia dhibbantaatti harka 50 ol utuu qabeenya isaanii utuu hin dhaalchisin waan du’aniif, yeroo baayyee maneen murtiitu gidduu seenu. Dhaalli salphaa kan tahu namni tokko erga du’ee booda qabeenyi isaa akkamitti akka raabsamu akka hawwu dhaalmaaf (will) yoo dursee of qopheesse dha.