Sign up to save your podcastsEmail addressPasswordRegisterOrContinue with GoogleAlready have an account? Log in here.
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.... more
FAQs about SBS Afaan Oromoo:How many episodes does SBS Afaan Oromoo have?The podcast currently has 159 episodes available.
August 27, 2024MiniPod: We light a new light | Pronunciation practice with Janice - Barmoota jecha We light a new light jedhu kanaan Janice waliin loqoda shaakaltuIn this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /l/ and /n/. - Barmoota daqiiqaa shanii kana keessatti Janice Peterson dhaggeeffachuu fi duukaa bu'uun loqoda akkaataa itti waa yaamtan barattu. barmootni kun akkaataa /l/ and /n/ fayyadamtan barattu....more8minPlay
August 21, 2024#63 Taking a dog to the park (Med) - #63 Taking a dog to the park (Med)Learn how to talk about your dog at a dog park. - Sareen keessan qilleensa gaarii akkuma keessan barbaaddi. Waliin hiriyaa waliin yeroo waa’ee saree keessan fudhattanii deemuu haasoftan afaan Inglishii keessan fooyyeffattu, kan caqastan irraa....more16minPlay
August 21, 2024Vaping: prevalence, risks, and helping your teenager quit - Hammeenya vaping fayyaa irratti fiduu fi akkamiin ijoolleen keessan xuuxuu akka dhaaban gargaartuMajor regulatory changes in 2024 have brought about restricted access to vaping products in Australia. The crackdown on what is dubbed a “major public health issue” could lead to an increased number of teens seeking support to overcome the nicotine addiction, experts think. Learn about the health risks and ways to help young people in their quitting journey. - Jijjiiramni danbii gurguddaan bara 2024tti Australia keessatti tahe oomishaalee vaping argachuun daangeffamuu fideera. Tarkaanfiin waan “dhimma fayyaa hawaasaa guddaa” jedhamee ibsame irratti fudhatame kun dargaggoonni araada nikootiinii kana mo’uuf deeggarsa barbaadan heddummachuu danda’a jedhu ogeeyyiin. Balaa fayyaa irraan gahuu fi karaalee ittiin dargaggoonni akka xuuxuu dhaaban gargaartan baradhaa....more13minPlay
August 14, 2024#68 Discussing the news (Med) - #68 oduu dhaggeeffattan keessatti seenotni dhageessan miira akkam isinii kennu (Med)Learn how to talk about news that makes us feel scared or hopeful. - Oduu dhaggeeffatnu keessatti wanneen abdii nuu kennanii fi nu rifaasisan yeroo dhaggeeffatnu maltu nutti dhagahama. Dhaggeeffachuun afaan irraa baradhaa....more17minPlay
August 14, 2024Good reasons to observe the pedestrian road rules - Seera Karaa namoota miilaan deemanii- seera karaa qaxxaamuruuEvery day, pedestrians across Australia break the law without knowing it. This can result penalties and occasionally accidents. Stay safe and avoid an unexpected fine by familiarising yourself with some of Australia’s common pedestrian laws. - Guyyaa guyyaan guutummaa Australia keessatti namoonni miilaan deeman osoo hin beekin seera cabsu. Kunis adabbii fi darbee darbee balaa fiduu danda’a. Seera miilaan karaa ce'umsaa Australia keessaa hubachuun adaba hin barbaachisfne of irraa ittisaa akkasumas nagooma keessan tiksaa....more12minPlay
July 31, 2024#67 Complaining about kids (Med) - #67 Komee ijoollee aakkamiin ibsattu (Med)Learn how to talk about your kids when they are a bit challenging. - Ijoolleen isin rakkisuu, waa'ee isaanii akkaataa itti ibsitan baradhaa, afaanis fooyyeffattu....more17minPlay
July 31, 2024Why are Indigenous protocols important for all Australians? - Protokooliin Abbootii Dachee Lammiilee Australia hundaaf maaliif barbaachisa?Observing the cultural protocols of Aboriginal and Torres Strait Islander peoples is an important step towards understanding and respecting the First Australians and the land we all live on. - Pirootokoolii aadaa ummatoota Aboorijiinaa fi Torres Strait Islander eeguun tarkaanfii barbaachisaa Australiyaanota Jalqabaa fi lafa hundi keenya irra jiraannuu kana hubachuu fi kabajuu dha....more10minPlay
July 24, 2024#65 Talking about the Olympics (Med) - #65 Waa'ee Spoortii Olomikaa dubbanna Afaanis irraa baranna (Med)Learn how to talk about the success of athletes during a big sporting event like the Olympic Games. - Yeroo akka spoortii gurguddaa akka Olompikaa kana akkaataa waa'ee taphattoota jajjaboo dubbachuu baradhaa....more18minPlay
July 24, 2024What is road rage and how to deal with it? - Hoorisa daandii irraatti isin mudatu maal goodhtu?Aggressive driving is a continuum of bad driving behaviours which increase crash risk and can escalate to road rage. People who engage in road rage may be liable for traffic offences in Australia, have their car insurance impacted and most importantly put their lives and those of others at risk. Learn about the expectations around safe, responsible driving and what to do when you or a loved one are involved in a road rage incident. - Aariin oofuun amala badaa konkolaachisummaa walitti fufiinsaan dhalatuu fi balaa konkolaataa uumu akkasumas hokkara karaa irraa dabalu dha. Namootni hokkora daandii irraa raawwatan Australia keessatti yakka traafikaatti gaafatamu, Insuraansii isaanii irratti dhiibbaa qabaata akkasumas balaa raawwataniin lubbuu isaanii fi kanneen biroos balaa irra buusu. Nagaan bahanii galuu kan namnuu eegu tahuu fi yoo isin ykn nami jaallattan tokko hoorisni daandii irraa mudate maal akka goodhtan barruun kun isin hubachiisa....more12minPlay
July 17, 2024#66 What to ask when looking to rent (Med) - #66 Gaaffilee yeroo mana kireeffachuu deemtan gaafattan (giddu-galeessa)Learn how to ask questions when looking for a home to rent. - Mana kireeffachuu barbaaddan gaafa ilaaluu deemtan maalfaa gaafachuu qabdu? Yoo dhaggeeffattan afaan irraa barattu akkasumas gaaffilee silaa yeroo mana barbaaddattan gaafatuu qabdan ni barattu....more18minPlay
FAQs about SBS Afaan Oromoo:How many episodes does SBS Afaan Oromoo have?The podcast currently has 159 episodes available.