Sign up to save your podcastsEmail addressPasswordRegisterOrContinue with GoogleAlready have an account? Log in here.
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.... more
FAQs about SBS Afaan Oromoo:How many episodes does SBS Afaan Oromoo have?The podcast currently has 161 episodes available.
January 24, 2024Hawaasa Oromoo Melbourne - obbo Alamaayyoo Qubee maa jedhu?Hawaasni Oromoo walumaa galatti wal bira dhaabbachuu fi birmatnaa gara garaa irratti dammaqinaan hirmaachuutti beekama jedhu obbo Alamaayyoo Qubee....more8minPlay
January 24, 2024ijollee kutaa torbaaf cehumsi maal fakkaata - Rawwii Sisay"Barattootni sadarkaa tokkoffaa(elementry) irraa gara sadarkaa lammaffaa(high school) gaafa gahan wanti hunduu ni jijjiirama. Waanti hunduu haarawa itti taha. Sadarkaa tokkoffaatti ijoollee tapha irra caalu, garuu sadarkaa lammaffaa gaafa seenaan barnoota isaaniitti cimuu qabu" jedhti Raawwiin yeroo dubbifne....more11minPlay
January 24, 2024How to find a job in Australia? - Australia keessatti akkamiin hojii argatta?In Australia, most job opportunities aren't openly advertised, so to find work, we must understand the Australian labour market and create our own opportunities. Tapping into the hidden job market and learning about migrant employment services can help break down the barriers to employment. - Australia keessatti carraan hojii irra caalaan isaa ifatti hin beeksifamu. Akkaataa hojii ittti argatan bu’a qabeessummaan baruuf gabaa hojii Australia irratti hubannoo xiqqoo illee taatu qabaachuu barbaachisa. Gabaa hojii dhokataa baruu fi waa'ee tajaajila qacarrii godaantotaa hubachuun hoji-dhablummaan rakkoo dhufu hanqisuu danda'ama....more13minPlay
January 17, 2024#53 How to give encouragement (Med) - Akkmiin jajjabina namaa laatta/#53 How to give encouragement (Med)Learn how to encourage someone and make them feel good and motivated. - Dhaggeeffachuun afaan baradhaa, achumaanis akkamitti nama akka jajjabeessanii of irratti amanamummaa akka qabaatan hamleessan baradhaa....more14minPlay
January 16, 2024How to become a First Nations advocate - Akkamiin leellistoota Saboota Jalqabaa tahuFirst Nations advocates help amplify the voices of Indigenous communities in Australia. Here are some aspects to consider related to advocacy and “allyship” with First Nations communities. - Leelliftoonni Saboota Jalqabaa sagalee hawaasa abbootii dachee Australia keessaa dhageessisuuf gargaaru. Abukaattummaa fi “michooma” hawaasa Saboota Jalqabaan walqabatee waanneen ilaalamuu qaban tokko tokko jiru....more9minPlay
January 10, 2024How to get an Australian driver’s licence - Akkaataa Hayyama Konkolaachisummaa Australia itti argattanDriving a car offers independence and increases job opportunities, but it also comes with the great responsibility of keeping roads safe. In Australia, drivers need to pass several assessments before they become fully licensed. Migrants may be eligible to convert their overseas licences to Australian ones through an abridged process, but this depends on their personal circumstances. - Konkolaataa oofuun of danda'u fi carraa hojii bal'isuu irratti gahee guddaa qaba, garuu itti gaafatamummaa guddaa kan gaafatuu fi nagoomaa daandii hubachuu kan barbaadu dha. Australia keessatti konkolaataa oofuuf hayyama guutuu argachuun dura qormaata adda addaa kennamu dabruutu nama irra jira. Godaantotni tarii waraqaa biyya biraa irraa fidan gara kan Australiyaatti jijjiirrachuu malu, garuu adeemsaa adda addaa fi haala nama dhuunfaa sanii irratti hundaawee ti....more12minPlay
January 03, 2024Boqonnaa ijoollee ilaalchisee Adde Fooziyaa Adam maal jedhuBoqonnaan ijoollee, barmoota irraa haa boqotanuu malee amma illee kaan isaanii hojiin mana barumsaa irraa fudhatanii galan ni qabaatu. Warreen sadarkaa tokkoffaa haga tokko ji'a lama guutuu boqonnaa qabu. Haa tahuu, yeroo kanatti ijoolleen maal irratti dabarsu? maatii fi hawaasni maal gochuu qaba. Yaadi Adde Boontuu Mul'isaa, Adde Amiinaa Ali fi Adde Fooziyaa Adam wal fakkaata....more8minPlay
January 03, 2024Summer listening: Setting goals | Three As Technique - Sa'a itti waa hojjetan qindeeffachuu | Tooftaa sadan tokko si gargaaruLearn how to talk about goals and New Year’s resolutions. Plus, find out how Three As Technique can help your language learning goals. - Akkaataa waa hojjechuuf sa'a qindeeffattan fi yaada waggaa haaraa barattu. Tooftaalee sadii akkaataa adeemsa afaan barachuu ilaalchisee waa baayyee irraa barattu....more5minPlay
January 03, 2024Summer listening: Renting a car | Australian road rules - Bona kana kan dhaggeeffattan | Seera daandii AustraliaLearn useful phrases when renting a car. Plus, find out about some important and unusual Australian road rules. - Seera Karaa fi yoo kan konkolaataa kireeffattanii akkaataa nama waliin dubbattan afaan barachuuf dhaggeeffadhaa....more5minPlay
January 03, 2024Make friends in Australia: the importance of cross-cultural friendships - Faayidaa hiryummaa namoota aada-danuu waliiniiMaking friends is one of the biggest challenges people can face in a new country. We naturally form support networks with people from similar cultural backgrounds – but imagine taking a leap and expanding your friendship circle. Cross-cultural friendships will improve your outlook and heighten your sense of belonging. - Hiriyyoota horachuun qormaata guddaa biyya haaraa keessatti nu mudatu keessaa isa tokko dha. Nuti Uumamaan, namoota aadaa walfakkaataa qabnu waliin hariiroo uummachuuf carraaqna. Garuu irra dabartee hariiroo hawaasummaa kee babal'isuu yoo yaadde, hiriyyummaan aadaa adda addaa waliin qabaachuu ilaalcha kee ni fooyyessa, miira ofii ta’uu kees ni guddisa....more11minPlay
FAQs about SBS Afaan Oromoo:How many episodes does SBS Afaan Oromoo have?The podcast currently has 161 episodes available.