Sign up to save your podcastsEmail addressPasswordRegisterOrContinue with GoogleAlready have an account? Log in here.
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.... more
FAQs about SBS Afaan Oromoo:How many episodes does SBS Afaan Oromoo have?The podcast currently has 234 episodes available.
October 16, 2024Understanding vaccination rules for children in Australia - Seera talaallii daa’imman Australia keessaa hubachuuDid you know that one in five children is at risk of dying from a disease that is now preventable through vaccination? Australia’s vaccination program helps to prevent severe outcomes from many childhood infections. To access family support payments—and in some states, childcare services—your child must be fully immunised according to the national schedule. - Daa'imman shan keessaa tokko dhukkuba amma talaalliin ittifamuu danda'uun du’aaf akka saaxilaman beektu? Sagantaan talaallii Australia dhibee hamaa daa’’imummaati ijoollee qabuu irraa ittisuuf gargaara. Kaffaltii deeggarsa maatii argachuuf- akkasumas kutaalee biyyaa tokko tokko keessatti, tajaajila kunuunsa daa’immani argachuu- daa’imman keessan akkaataa sagantaa biyyaalessaatti guutummaatti talaallii fudhachuu qaban....more12minPlay
September 04, 2024#69 Getting a haircut (Med) - #69 Rifeensa cirachuu (Med)Learn how to talk to your hairdresser about getting your hair cut. - Warreen rifeena isinii sirreessan waliin akkamitti akka dubbattan olitti dhaggeeffachuun afaan barattu....more18minPlay
September 04, 2024Embracing the wisdom of traditional Indigenous medicine - Qoricha ykn qorsa aadaa beekuu fi kabajuuUnderstanding and respecting Indigenous knowledge of medicine may be the key to providing more holistic and culturally sensitive care in today's healthcare setting. - Qorichi ykn qorsi aadaa Abbootii dachee ijaarama Kunuunsa fayyaa yeroo ammaa keessatti hubatamuu fi ilaalchi gati-qabeessi itti kennamuun fayyisuummaa waliigala tahe kennuuf furtuu dha....more14minPlay
August 27, 2024MiniPod: I’ve been everywhere | Pronunciation practice with Janice - MiniPod: I’ve been everywhere | Pronunciation practice with JaniceIn this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /uː/ and /əʊ/ (flu and flow). - In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /uː/ and /əʊ/ (flu and flow)....more7minPlay
August 27, 2024MiniPod: Roses are red | Pronunciation practice with Janice - Barmoota: Roses are red | jedhuun Janice waliin loqoda shaakaltuIn this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /r/ and /v/. - Barmoota daqiiqaa shan keessatti Janice Peterson dhaggeeffachuu fi hordofuun akkaataa loqoda itti waa yaamtanii fooyyeeffattu. Akeeki barmoota kanaa akkaataa /r/ and /v/ fayyadamtan barattu....more9minPlay
August 27, 2024MiniPod: We light a new light | Pronunciation practice with Janice - Barmoota jecha We light a new light jedhu kanaan Janice waliin loqoda shaakaltuIn this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /l/ and /n/. - Barmoota daqiiqaa shanii kana keessatti Janice Peterson dhaggeeffachuu fi duukaa bu'uun loqoda akkaataa itti waa yaamtan barattu. barmootni kun akkaataa /l/ and /n/ fayyadamtan barattu....more8minPlay
August 21, 2024#63 Taking a dog to the park (Med) - #63 Taking a dog to the park (Med)Learn how to talk about your dog at a dog park. - Sareen keessan qilleensa gaarii akkuma keessan barbaaddi. Waliin hiriyaa waliin yeroo waa’ee saree keessan fudhattanii deemuu haasoftan afaan Inglishii keessan fooyyeffattu, kan caqastan irraa....more16minPlay
August 21, 2024Vaping: prevalence, risks, and helping your teenager quit - Hammeenya vaping fayyaa irratti fiduu fi akkamiin ijoolleen keessan xuuxuu akka dhaaban gargaartuMajor regulatory changes in 2024 have brought about restricted access to vaping products in Australia. The crackdown on what is dubbed a “major public health issue” could lead to an increased number of teens seeking support to overcome the nicotine addiction, experts think. Learn about the health risks and ways to help young people in their quitting journey. - Jijjiiramni danbii gurguddaan bara 2024tti Australia keessatti tahe oomishaalee vaping argachuun daangeffamuu fideera. Tarkaanfiin waan “dhimma fayyaa hawaasaa guddaa” jedhamee ibsame irratti fudhatame kun dargaggoonni araada nikootiinii kana mo’uuf deeggarsa barbaadan heddummachuu danda’a jedhu ogeeyyiin. Balaa fayyaa irraan gahuu fi karaalee ittiin dargaggoonni akka xuuxuu dhaaban gargaartan baradhaa....more13minPlay
August 14, 2024#68 Discussing the news (Med) - #68 oduu dhaggeeffattan keessatti seenotni dhageessan miira akkam isinii kennu (Med)Learn how to talk about news that makes us feel scared or hopeful. - Oduu dhaggeeffatnu keessatti wanneen abdii nuu kennanii fi nu rifaasisan yeroo dhaggeeffatnu maltu nutti dhagahama. Dhaggeeffachuun afaan irraa baradhaa....more17minPlay
August 14, 2024Good reasons to observe the pedestrian road rules - Seera Karaa namoota miilaan deemanii- seera karaa qaxxaamuruuEvery day, pedestrians across Australia break the law without knowing it. This can result penalties and occasionally accidents. Stay safe and avoid an unexpected fine by familiarising yourself with some of Australia’s common pedestrian laws. - Guyyaa guyyaan guutummaa Australia keessatti namoonni miilaan deeman osoo hin beekin seera cabsu. Kunis adabbii fi darbee darbee balaa fiduu danda’a. Seera miilaan karaa ce'umsaa Australia keessaa hubachuun adaba hin barbaachisfne of irraa ittisaa akkasumas nagooma keessan tiksaa....more12minPlay
FAQs about SBS Afaan Oromoo:How many episodes does SBS Afaan Oromoo have?The podcast currently has 234 episodes available.