Sign up to save your podcastsEmail addressPasswordRegisterOrContinue with GoogleAlready have an account? Log in here.
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.... more
FAQs about SBS Afaan Oromoo:How many episodes does SBS Afaan Oromoo have?The podcast currently has 161 episodes available.
October 25, 2023Oongee fi Buseen Jiraattota Oromiyaa dhihaa miidhaa jira jedhu ob Naasirii fi ob FayyeeraanOongee fi Busaan jiraattota Oromiyaa lixaa miidhaa jira jechuun hawasni Oromoo birmataa jiraa jedhu warri dubbifne. Obbo Naasir Kaliil warra Australia Melbourne irraa odeeffatne, akkasumas obbo Fayyeeraa Abdisaa Biyya irraa ti....more15minPlay
October 25, 2023How can you dispose of your unwanted clothes in Australia? - Australia keessatti uffata keessan hin barbaachifne akkamiin geggeessitu?Australians throw more than 200,000 tonnes of clothing into landfill each year. That’s an average of 10 kilograms of clothing per person. We can help combat Australia’s textile waste crisis by choosing to recycle, donate, and swap our unwanted clothing. - Lammiileen Australia waggaatti uffata toonii kuma dhibba lamaa ol bakka kuufamaatti dabratu. Sunis nama tokkoof giddu galeessaan uffata kiiloo giraama kudhan jechuu dha. Uffata keenya hin barbaachifne deebifnee fayyadamuu, arjoomuu fi wal jijjiirraa filachuudhaan rakkoo balfa huccuu Australia ittisuuf gargaaruu dandeenya....more12minPlay
October 18, 2023Ijoolleen Oromoo Afaan Ofii yoo baratan dhaloota borii tahu jedhu obbo Alamaayyoo QubeeIjoolleen Oromoo Qubee Afaan Oromoo barachuun eenyummaa isaanii fi aadaa isaanii akka baratan isaan gargaara. Maatii warra isaanii waliin yeroo wal argagan afaan Oromoon dubbisuu fi jaalala qabaniif salphaatti walii mul'isuu danda'u. Obbo Alamaayyoo Qubee, Australia Melbourne keessatti ijoollee Oromoo qubee barssisaa jiru,...more13minPlay
October 18, 2023Is it your time to learn a musical instrument? - Meeshaa Muuziqaa barachuun dansaDo you have a neglected musical instrument sitting at home? Perhaps you want your child to experience the countless benefits of music lessons. Or maybe you’ve always longed to play in a group. Whatever the reason, learning to play an instrument is enjoyable and a social experience, with opportunities all around you. - Meeshaa muuziqaa gatamee mana taa’u qabduu? Tarii mucaan keessan faayidaa lakkoofsa hin qabne barnoota muuziqaa irraa akka argatu barbaaddu taha. Ykn ammoo yeroo hunda tarii garee keessatti tapahchuuf hawwii guddaa qabdu taha. Sababa fedheefuu tarii meeshaa muuziqaa taphachuu baruun beekumsa argattanitti gammaduu qofa utuu hin taane namootaa waliin wal baruuf isin gargaara....more12minPlay
October 17, 2023Australian Sagalee referendamii warra abbootii dachee(indigenous) “Lakki” jedhteRefrendamii seena-qabeessa Sanbata xiqqaa dabre gaggeeffameen kutaalee biyyattii jaha fi Northern Territory keessatti sagaleen “Lakkii”galmaa’eera. Sagalee eeyyee kan galmeesse Magaalaa guddittii Australia qofa ture....more3minPlay
October 11, 2023Shanan Kabajuun haadha daa'imaaf Miira jabaa kenna jedhu warri dubbifneShanan ykn Abooxaa (Oromia mara keessatti jecha biraan beekamuu danda'a). Dubartoota Oromoo biratti maaliif kabajama? Haadha daa'imaaf bu'aa maal qaba? Shanan maalfaa of keessaa qaba kanneen jedhan bal'inaan olitti caqastu....more18minPlay
October 11, 2023How to sell your second-hand car in Australia - Australia keessatti konkolaataa keessan gurgurachuuf wanneen beekuu qabdanDepending on where you live in Australia, selling a second-hand car differs. Regardless of your state or territory, the following checklist can help you navigate your vehicle selling experience successfully and stress-free. - Australia keessaa bakka jiraattan irratti hundaawee, akkaataan konkolaataa harka-lammaffoo gurguruu adda adda. Kutaa kam ykn naannoo kamuu yoo jiraattan waanneen barbaachisoo tahan hubachuun konkolaataa keessan dhiphina tokko malee gurgurachuuf isin gargaara. Akka tilmaamamutti Australia keessa gabaan konkolaataa moofaa, harka sadii gabaa konkolaataa haarawa caala....more12minPlay
October 04, 2023Irreechi Eenyummaa keenya jedhu obbo Daanyee DafarshaaIrreechi wagga waggaan ummata Oromoon kabajama. Biyya keessaa yeroo dhihootti kabajuuf qophii irra yeroo jiran Australia magaalaa Melbournitti Onkololeessa 1 bara 2023 Wilson Botanic Park Berwick bakka jedhmutti kabajamee oole. Irreechi eenyummaa dha, nagaa fi jaalala jedhu hirmaattotni irreecha irratti yaada kennaniin....more13minPlay
September 27, 2023Hirmaatnaa Oromoo fi saboota kaanQophiin ummata aada danuu Kibba Melbournitti gaafa Fulbaana 23 bara 2023 HWPL, dhaabbata nagaa addunaaf jedhu bara 2013 dhaabateen gaggeeffame. Qophii kana irratti hawaasni adda addaa kan argaman yemmuu tahu Dargaggoonni Oromoo qophii agarsiisa aadaa taasisanii turan. Kaanis argamuun daawwataniiru. Haala guyyaa kanaa warri dubbifne akka oliitti nuu ibsaniiru....more6minPlay
September 27, 2023Sagalee Referendamf Yaada namootaaMootummaan Federaalaa Sagalee Warra Abbaa Dachee (Indigenous) Parlamaa keessatti dabaluuf Australiayanotni akka murteessaniif referendamii yaame. Guyyaan Onkololeessa 14 bara 2023. Jiraattotni biyyaa yaada maal qabu? Ummatni Oromoo , lammummaa qabu kana irratti yaada akkam qaba? Akkasumas namootni kaan yaada akkam qabu, akkamittis filuuf deemu, wanti hin hubatin akkmitti hubachuu danda’u kan jedhanii fi kan kana fakkaataniif namootni tokko tokko yaada dhuunfaa isaanii kennaa jiru. Yaada namootni gara garaa kennan olitti caqasaa....more9minPlay
FAQs about SBS Afaan Oromoo:How many episodes does SBS Afaan Oromoo have?The podcast currently has 161 episodes available.