Sign up to save your podcastsEmail addressPasswordRegisterOrContinue with GoogleAlready have an account? Log in here.
Afaan Englishii fi aadaa Australia barachuun basha’aa. Afaan Englishii barachuun mijataa, gammachiisaa fi qabatamaa akka tahu kaayyoo keenya. Afaanicha barachuu qofa utuu hin taane jaalala illee irraa... more
FAQs about SBS irraa Afaan Englishii baradhaa:How many episodes does SBS irraa Afaan Englishii baradhaa have?The podcast currently has 4 episodes available.
November 22, 2023#50 Let's go fishing! (Med) - Qurxummii qabuuLearn how to talk about fishing. Plus, find out a bit of history on why Australians love fishing. - Waa'ee qurxummii qabuu akkamitti akka dubbatan baradhu. Dabalataan, lammiileen Awustiraaliyaa maaliif qurxummii qabuu akka jaallatan seenaa xiqqoo barbaadi Ilaali...more16minPlay
November 01, 2023#48 How to talk about your body pain (Med) - Dhukkubbii qama kee akkamitti akka himattuLearn how to describe your body pain. Plus, hear some tips from a physiotherapist if you feel pain. - Akkka itti dhukkubbii qaamaa ibsatan baradhaa. akkasumas yoo dhukkubbiin isinitti dhaga'ama tahe gorsa tokko tokko ogeessa fayyaa qaamaa irraa dhagahaa. Afaan Inglishiis achumaan barattuu....more17minPlay
November 01, 2023#49 How to say you don’t understand (Med) - #49 Akka hin hubatin akkamitti akka ibsattu (giddu- galeessa)Learn how to say you don’t understand. Plus hear a comedian’s funny story about misunderstanding an Australian idiom. - Learn how to say you don’t understand. Plus hear a comedian’s funny story about misunderstanding an Australian idiom. Afaan Inglishii nama waliin gaafa dubbattan, naaf hin galle, hin hubatne jechuuf akkamiin of ibsuu akka dandeessan baradhaa. Akkasumas loqoda Austraaliyaanotaa tokko tokko namootni bebbeekamoon tokko tokko irraa qoosaan dhaggeeffadhaa itti bashannanaa, irraa baradhaas....more17minPlay
August 04, 2023#41 How to say sorry (Med) - #Eng Dhiifama gaafachuu baruuLearn how to apologise in informal and formal settings. Plus find out how various cultures view the act of apologising. - Kutaa keenya isa ammee keessatti keessatti akkaataa itti sirnaan dhiifama gaafattan barachuu dandeessu. Dabalataan aadaan adda addaa dhiifama gaafachuu akkamitti akka hubatan ilaalaa....more17minPlay
FAQs about SBS irraa Afaan Englishii baradhaa:How many episodes does SBS irraa Afaan Englishii baradhaa have?The podcast currently has 4 episodes available.