
Sign up to save your podcasts
Or


Qophii kana keessatti taateewwan torban kana Gaanfa Afrikaa, biyyoota Arabaa, Kaanaadaafi Minnesoota keessatti mumull'atan gabaabsaan isiniin qooddanna!Dhihaadhaa
Qophii (24 Jan 2026) kana keessatti:
Dhihaadhaa!
Kutaa 3ffaa fi kamaayyii kana keessatti kitaaba Dan Wang barreesse, "Breakneck: China's Quest to Engineer the Future" irraa gabaabsaan warra haga hardhaa hindubbisnee garuu dubbisuuf hawwii qabuuf irraan xiqqoo dubbadha.
Dhihaadhaa!
Kurfii kana keessatti waan torban kana keessatti Gaanfa Afriika, Biyyoota Arabaafii Aduunyaa keessatti mumullatan keessaa warra faaydaa qabeessa irraa gabaabsaan dubbanna. Dhiihaadaa
Kurfii kana keessatti kitaaba "AI, Automation, & War: The Rise of a military-tech complex" jattun gaggabaabsaan warra amma dura hindubbisneen walbarsiisa. Kitaaba kana keessatti:- Seenaa guddina teknoolojii jalqabaa kaasee haga AI amma jirutti,- seenaa hariiroo kubaaniyoota teknoologii fi dameelee waraanaa biyyaaleessaa, - tarsiimoo teknoologii mootummootni ittisa biyyaaf karoorfatan,- qoodni teknoloojiin "AI " jadhamtee beekamtu lola keessatti qabdu gurguddachaa adeemaa dhufusaatiifi kkf hedduutu argama.Dhihaadhaa!
Qophii gabaabduu kana keessatti:
Dhihaadhaa!
Kutaa duraa kan bara 2026 kana keessatti kitaabaa Leslie Valiant barreesse, "The Importance of Being Educable : A New Theory of Human Uniqueness" jatturraa qabiyyee isii gaggabaabsaan warra dubbisuu fedhu hamlachiisuuf akka gargaaru dubbanna. Dhihaadhaa
Qophii maayyyii kan bara 2025 kana keessatti:
Dhihaadhaa!
Qophii kana keessatti haala jijjiirama aduunyaarratti mullataa jirurraatti hundaahuun siyaasaa Gaanfa Afrikaa yaada gabaabsaan.
Dhihaadhaa!
Qophii kana keessatti.
Dhihaadhaa!
From the publisher's feed