
Sign up to save your podcasts
Or


Qophii kana keessatti,-Odeessa gara-garaa: Tanzaaniyaa, Suudaan Ugandaa, COP30,- Yaada dhuunfa filmaata 2026 gaggeefama jadhamee eegama jirurratti
Dhihaadhaa!
Kurfii kana keessatti:
Yaada dhuunfaa gaggabaabseen isiniin qooddadha.Dhihaadhaa!
Qophii torbsn kanaa keessatti waahee jaarmayaa siyaasaa, jaarmayaa aadaa filmaataafi Autocracy irratti yaada dhuunfaa isiniin qooddadha.Dhihaadhaa!
Qissaa warra Imaraatii kurfii sadaffaafi ta maayyii kana keessatti bobbaa isaan gama Afriikaa biyya hedduu keessatti itti jiraniifi kitaabaa, "Anarchy" jadhamtu ka seenaa "British East India Company" irraa dubbatturaa waannin argadhe gabaabsaan yaada dhuunfaa kiyyaa waliin mammakeen isiniin qooddadha.Warri Caqasuu Feetan Dhihaadhaa!!
Kurfii lammaffaa kana keessatti jijjiirma mootummaan Imaraatii bara 1971 irraa eegaltee keessa qaxxaamurte gabaasaan yaada/huubannoota dhuunfaa.
Dhihaadhaa!
Kurfii duraa kana keessatti waahee Warra Imaraatii yaada dhuunfaa gabaabsaan.Dhihaadhaa!
Kurfii torban kanaa keessatti hariiroo Mootummaa Itoophiyaafi Mootummaa Imaraatii jidduu deemaa jirturratti yaadaafi seetti dhuunfaa isiniin qooddadha.
Dhihaadhaa!
Kurfii kana keessatti:
Dhihaadhaa!
Kurfii Hardhaa kana keessatti:
Dhihaadhaa!
Qophii torban kanaa keessatti gabaasa gara-garagaraa aduunyaa keessatti mullateefii qabsoo haqaa kan mirgaafi seenaa dhugaaf gaggeefamurratti yaada kiyya gabaabsaan.
Dhihaadhaa!
From the publisher's feed