
Sign up to save your podcasts
Or


Siyaasaa kaluu tana deemaa jirtuufi seenaarratti yaada dhuunfaa gabaaduu.
Dhihaadhaa !
Yaada dhuunfaa gabaabduu waan mirgaafi biyya fakkaatarrattiDhihaadhaa!
Teknoolojiin shaffisaan jijjiiramaa jira. Teknoologii waliinis hawaasni jijjiiramaa jira. Qabsoon haqaaf, mirgaafii wlaqixxummaaf gaggeefamtu ilma namaa hundaafi umamaaf dhaabbachuu qabdi. Sana gochuu hanqannaan aduun itti dhiiti.Dhihaadhaa!
Injinaar Qorichoo, Hayyu Duree HTOn, taateewwaan yaroo ammaan tana X0obiyaafi naannoo Gaanfa Afriikaa keessatti mumull'atan irratti yaadaafi yaaddoo qabu balli'inaan nuun qooddata.Dhihaadhaa!
Qophii kana keessatti waan murni tokko "kufaatii Abiyyiin booda" Irratti marihachuuf kora walwaame tureefi ibsa korri sun dabarserratti fi haala amma jirurratti yaada dhuunfaa gabaadu.
Dhihaadhaa!
Waggoota torban dabran keessatti xurree heddurraa himannaan ተረኞች, ባለጊዜ, የኦሮሙማ መንግሥት, Oromoon masaraa seenee jiraa fi ka jiru mootummaa Oromooti jadhamee ballinaan hoggu himamu dhagahaa hardha geenye.Bara 2025 "mootummaa harkaa qaban" yookaan "mootummaa harkaa qabna" jachuun qoma dhiibanii dubbachuun kan dandahamu yoo warra furtuu diinagdee biyyaa bifa hedduun of- harkaatti galfatan adda baasanii beekan callaa. Kanaaf futuwwan diinagdee biyyaa yaroo ammaan kanatti Oromo moo warra biraati of-harkaa qaba? Furtuu diinagde dursanii of-harkatti galfachuun hegereef bu'aa maalii qabaa? Warra madda jajjabaa diinagdee ammayyaarraa moggaafamaniiho akkamiin miidhuuf jiraata? Dhihaadhaa!
Barri 2025!
Dhihaadhaa!
Ummatni gurraachi bara 2025 yoo waraana wolitti labse, eenyutu dhaqqabaan? Eenutu irraa faaydaa argachuuf jiraata? Oromoon bara kana Woyyaanee fii Shaabiyaaf tumsuun maal bu'aan isaa?
Yesriba Abdulhalim Ahmed Umer seenaa Xariiqaa Tijjaaniyyaa(Ahmadiyyaa) fii seenaa maatii isaanirraa gabaabsaan nuunqooddattiDhihaadhaa
Kurfii lammaffaafi tamaayyii tana gubbaatti, J Ahmed;
From the publisher's feed