Weaving is one of the most complex and sophisticated examples of First Nations technology and culture. It produces objects of beauty, and the process itself has deep cultural significance. Weaving is a way to share knowledge, connect to people and country, invite mindfulness, and much more. - Fakkeenyi walxaxaa fi ulfaataa tekinooloojii fi aadaa Saboota duraa(first nation) karaa hodhaa adda addaa mul’ifama. Warri uffata hoddhan meeshaalee bareedinaas ni uumuu, garuu adeemsi kana hojjechuu mataan isaa hiikaa aadaa gadi fagoo qaba. Hodhaan namootaa fi biyya waliin walitti nama hidhu, nagaa sammuu namaa afeeru fi kanneen biroo of keessaa qaba.