In Australia, authorities strongly advise against eating mushrooms that have not been expertly identified or purchased from a supermarket or grocer, as some fungi can be toxic or deadly if consumed. In each State and Territory, rules and regulations vary, and mushroom foraging is not allowed in some areas. - Fangasiin tokko tokko yoo nyaatame summii ykn lubbuu namaa galaafachuu waan danda’uuf Australia keessatti waakkoo, ogummaadhaan adda hin baafamne ykn gabaa guddaa ykn gurgurtaa irraa hin bitamne akka hin nyaanne cimsanii gorsu aangawoonni. Tokkoon tokkoon kutaa biyyaa fi Naannoo keessatti seeraa fi dambiiwwan garaagarummaa kan qaban yoo ta’u, naannoo tokko tokkotti nyaata waakkoo bu''achuun hin hayyamamu.