Sign up to save your podcastsEmail addressPasswordRegisterOrContinue with GoogleAlready have an account? Log in here.
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.... more
FAQs about SBS Afaan Oromoo:How many episodes does SBS Afaan Oromoo have?The podcast currently has 234 episodes available.
January 03, 2024Summer listening: Setting goals | Three As Technique - Sa'a itti waa hojjetan qindeeffachuu | Tooftaa sadan tokko si gargaaruLearn how to talk about goals and New Year’s resolutions. Plus, find out how Three As Technique can help your language learning goals. - Akkaataa waa hojjechuuf sa'a qindeeffattan fi yaada waggaa haaraa barattu. Tooftaalee sadii akkaataa adeemsa afaan barachuu ilaalchisee waa baayyee irraa barattu....more5minPlay
January 03, 2024Summer listening: Renting a car | Australian road rules - Bona kana kan dhaggeeffattan | Seera daandii AustraliaLearn useful phrases when renting a car. Plus, find out about some important and unusual Australian road rules. - Seera Karaa fi yoo kan konkolaataa kireeffattanii akkaataa nama waliin dubbattan afaan barachuuf dhaggeeffadhaa....more5minPlay
January 03, 2024Make friends in Australia: the importance of cross-cultural friendships - Faayidaa hiryummaa namoota aada-danuu waliiniiMaking friends is one of the biggest challenges people can face in a new country. We naturally form support networks with people from similar cultural backgrounds – but imagine taking a leap and expanding your friendship circle. Cross-cultural friendships will improve your outlook and heighten your sense of belonging. - Hiriyyoota horachuun qormaata guddaa biyya haaraa keessatti nu mudatu keessaa isa tokko dha. Nuti Uumamaan, namoota aadaa walfakkaataa qabnu waliin hariiroo uummachuuf carraaqna. Garuu irra dabartee hariiroo hawaasummaa kee babal'isuu yoo yaadde, hiriyyummaan aadaa adda addaa waliin qabaachuu ilaalcha kee ni fooyyessa, miira ofii ta’uu kees ni guddisa....more11minPlay
December 27, 2023Boqonnaa ijoollee ilaalchisee ad Boontuu Mul'isaa fi Ad Amiinaa Alii maal jedhuIjoolleen Oromoo yeroo boqonnaa irra jiran kanatti maatii fi hawaasni akkamiin tajaajiluu qabu. Ijoolleen torban guutuu keessaa guyyaa shan mana barumsaa oolu. walitti dhufeenyi maatii waliin qaban , hojii manaa kee hojjetteettaa? jechuun to'achuu alatti walitti dhufeenyi maatii ykn hariiroon cimaan ilaalcha barmootatti fuulleffachuun waan dhuunfatame fakkaata. Amma hoo?...more20minPlay
December 27, 2023Five tips to keep safe and cool during an Australian summer - Yeroo ho''aa akkamiin nagaa fi qabbanaan keessa akka dabramu waa shan gorsamaListening to what your body needs is important throughout the year, but it becomes even more crucial during extreme weather. Here are some essential tips to beat the Australian summer. - Wagaa ho'aa kana keessa waan qaamni kee barbaadu qaama offii dhaggeeffachuun barbaachisaa dha, keessattuu yeroo ho''a hamaa keessa kun baayyee barbaachisaa tahee argama. Ho''a Australia kana keessa dabruuf wanneen asi irratti gorfaman hordofaa....more11minPlay
December 22, 2023#21 Workplace conflict | Mind Your Health - #21 Wal-dhabbii bakka hojii| Fayyaa kee eeggadhuLearn phrases you can use to resolve workplace conflict. Plus, find out where to access free content that can help you reduce the daily stress in your life. - Wal-dhabdee bakka hojii furuuf jechoota itti fayyadamuu dandeessu baradhu. Dabalataan, qabiyyee bilisaa kan dhiphina guyyaa guyyaa jireenya kee keessatti si mudatu hir’isuuf si gargaaruu danda’u eessatti akka argattu dhaggeeffadhu....more13minPlay
December 22, 2023#5 How to call in sick | Personal leave entitlements - #5 Yoo dhukkubsattan akkamitti bakka hojiitti bilbiltu| Mirga boqonnaa dhuunfaaLearn how to tell your employer you need to take sick or carer’s leave. Plus, find out about your sick leave entitlements at work. - Hojjechiistota keetti yoo si dhukkube guyyaa boqonnaa fudhachuu ykn nama biraa dhukkubsateef kununsa gochuuf akka barbaaddu akkaataa itti himtu baradhu. Akkasumas bakka hojiitti guyyaa boqonnaa akka qabdu beekuuf dhaggeeffadhuu hubadhu....more10minPlay
December 22, 2023# 13 Asking for flexible work | Flexible working arrangements in Australia - # 13 Haala hojii mijeeffachuuf gaafachuu| Australia keessatti haala namaa mijatuun hojjechuuf gaafatachuuLearn how to talk about flexible work with your employer. Plus, find out about flexible working arrangements rules in Australia. - Learn how to talk about flexible work with your employer. Plus, find out about flexible working arrangements rules in Australia. Waa;ee haala hojii mijeeffachuu ilaalchisee hojjechiistota kee waliin akkaataa itti dubbattu baradhu. Akkasumas Australia keessatti haala hojii mijeefachuu ilaalchisee seera jiru asi irraa hubatta....more14minPlay
December 22, 2023#32 Negotiating salary | Free legal help in Australia (Adv) - #32 Mindaa waliigaluu| Gorsa Seeraa Australia keessatti argachuu (Adv)Learn how to ask for more money from your employer. Plus, find out where you can access free and confidential legal help in Australia. - Akkaataa Mindaa dabalataa hojjechiisaa kee itti gaafattu asi irratti baradhu. Akkasumas, gargaarsa seeraa iccitaawaa Australia keessatti akkaataa itti argattus asi irraa dhaggeeffadhu....more17minPlay
December 22, 2023#11 How to answer common interview questions | Preparing for a job interview - #11 Hojii galuuf gaaffilee gaafatamuu malan | Gaaffilee eegala hojiif of qopheessuuLearn how to answer the three most common job interview questions from an Australian employer. Plus, find out how job interviews in Australia are different from other countries. - Hojjechiistota Australia irraa gaaffilee beekamoo sadii hojii galuu irratti si gaafataniif deebii asi irraa baradhu. Akkasumas, gaaffileen biyya irraa biyyatti adda adda tahuu asi irraa hubatta....more14minPlay
FAQs about SBS Afaan Oromoo:How many episodes does SBS Afaan Oromoo have?The podcast currently has 234 episodes available.