Oromo News 02/11/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Guyyaa har’aa, state Iowa akka gabaasanitti sababa Covid-19 namni 22 dueefi namni haarawa qabame ammo 841 akka tae gabaasan, akka gabaasa deparmantii mana fayyaa Iowati. Waliigalatti, Iowa keessati namni sababa Covid-19 due 5,196 dha akkaata gabaasa Website Iowati. Woodbury County keessati, seaati 24 keessati namni haarawa qabame 21 yoo tau namni haarawa due hin jiru. Qorannoo bulti