Oromo News 02/05/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Seeraan kutta fayyaa akka jedheti guyyaa haar’a namni haarawa corona virus qabame 804, akkaata gabaasa website coronavirus.iowa.gov. akkasumatti se’ati 24 keessati namni haarawa du’e 44 dha, waligalatti namni du’e Kuta keessati 5,067 gaheera. Iowa qorannoo bultii 14 godhan keessati parsantiidhan 9.1% gaheera, kunis qorannoo guyyaa kamsaa godhame 9.3% irraa gadxiqqaate jira. Woodbury