Oromo News 12/28/20 Haalaqilleensaa Tajaajilla Biyyoolessa waligala akka jedhanitti “impactful ykn Dhiibbaa” qilleensi guyyaa kibxata fi galgala isaas akka gara biyyati deemu jirau himan. Snow jiddu galeessa fi guddaan inche 3 hanga 7 Siouxland akka argachuu maltu himan. Sababa haala qilleensa amma dhufaajiru kanaaf, communities siouxland dhaaf seeri emergency snow dhaaf akka bahuu dandau himan, kan akka Sioux City, South Sioux, Dakota City, North Sioux, Hinton fi Norfolk, Nebraska kan