December 8, 2020 State Iowa sababa Covid-19 warra qabaman osoo hin tain warra duan hordafuu jira, jijjiiramni kunis lakkoofsa namoota duan gara harka dhibaan akka state keessa dabaluu malu mullisa. Iowa yeroo amma qorannoo doctoroota irraa fudhachuu jirani fi nama qabaman dhukubicha qaban osoo hin tain duan corona virus dhaaf kan kennamus. Jijjiramni kunis dua 433 system keessa hir’isuf 610 ammoo dabalee jira, dua dabalataa 177 yoo tau akka state guututi 2,900 gaheera. Lakkoofsi muraasni kan