Oromo News 11/13/20 Nebraska keessati, Gov. Pete Ricketts oduun guyyaa har’aa irrati akkajehetti seera haarawa fi seera fayya wan irraa dhoogaman karorra dhukubsattoota Covid-19 dhaaf baase dhukubsatoota siree hospitaala jiran parsantii 25% fi san ol ta’aniif. Yoo lakkoofsi dhukubsattoota hagas baayate, mana keessati namni waligahu nama 10 qofa akka ta’uu fi warri manaan alatti wal gahu ammoo 25 akka tau qabu himan. Manneen dhugaatis kan cuffu ta’a, kan akaa manati nama geessuu, bitattani demuu