Oromo News 10/20/20 Namni corona virus qabamu Iowa keessati akkuma guddataa deemu jira. Iowa guyyaan sababa Covid-19 nama due baaye gabaaste jirti. Guyyaa har’aa namni sababa corana virus due 31 yoo tau waliigalatti haarawa kan qabame ammo 1,276 dha. State namni waliigalatti due 1,579 dha. Akka gabaasa website corona virus guyyaa har’aa namni corona virus qabame 646 dha. Kaleesa, ogeessa fayyaa akka state guututi namni qabame 108,297 ta’uu gabaasan, guyyaa har’aamo lakkoofsi gara 109,573 guddate