Iowa keessati namni dabalataa sadihii sababa Covid-19 akka du’an gabaafame, nama tokko kan Woodbury County keessati du’e dabalatee, namni waliigalati du’e Woodbury keesati du’e 59 gaheera. County keessati namni dabalataan 32 yoo tau akka state guututi se’ati 24 kessati namni qabame 400 dha. Akka dhukubni jalqabame namni waliigalati due 1,222 yoo tau waliigalatti namni qabame ammo 73,000 dha. Nebraska keessati namni waliigalatti due 434 dha. Waliigalatti namni qabame ammo 38,200 dha. Governor