Sign up to save your podcastsEmail addressPasswordRegisterOrContinue with GoogleAlready have an account? Log in here.
News for the Siouxland region in Oromo. Produced in partnership with the Mary J Treglia Community House .... more
FAQs about Siouxland Public Media News: Oromo:How many episodes does Siouxland Public Media News: Oromo have?The podcast currently has 278 episodes available.
October 14, 2020Seaati 24 keessati Jiraattoni Iowa sababa Covid-19 namni 17 du’uu gabaasanSeaati 24 keessati Jiraattoni Iowa sababa Covid-19 namni 17 du’uu gabaasan.waliigalatti virus Kanaan kan qabame ammo nama 600 dha. Hanga dhukubni kun jalqabame namni waliigalatti due 1,485 gaheera kana keesa parsantin 50% long term facilities Iowa keessa kan jiraataniidha. Yeroo ammaati long-term facility keessa namni 58 kan jiruu dha, nama 13 kan Sioux land keessa jiru dabalatee. Namoota dhukkuba Kanaan qabaman 463 hospitaala kan jiran yoo tau kankeessa namni 69 Sioux City hospitaala lama...more3minPlay
October 13, 2020Sababa Covid-19 namni 3 dabalataan Woodbury County keessati du’uu gabaasanSababa Covid-19 namni 3 dabalataan Woodbury County keessati du’uu gabaasan. Manni fayyaa Sioux land akka gabaaseti namootin duan kunis nama umrii 61-80 jidduu jiranii fi nama umriin deemedha. Woodbury County keessati hanga dhukkubni kun jalqabe irraa namni waliigalatti due 81 gaheera. Akka gabaasa deparmantii mana fayyaa Iowa tti namni waliigalatti Corona virus Iowa keessati qabame 100,000 ol taree jira. harki qixxee ol fayyee jiras. Guyyaa har’aamo namni haarawa qabame 400 yoo tau waliigalatti...more3minPlay
October 10, 2020Manni fayyaa Sioux land akka gabaasetti sababa Covid-19 namni lama Woodbury County keessati akka dueManni fayyaa Sioux land akka gabaasetti sababa Covid-19 namni lama Woodbury County keessati akka due gabaasan waliigalatti namni due 78. Guyyaa har’a namni 14 dabalataan Iowa keessati kan due yoo tau namni 1,200 kan haarawa qabameedha. Lakkoofsa nama Kan hospitala Iowa keessa jiranis guyyaa har’aa ol guddatee jira. Akka state guututi dhukubsattoota Covid-19 461 jira, nama 72 Woodbury jiru dabalatee. Kunis sadarkaa kale gabaafame dabalateeti. Aanan mana barumsa Sioux City namni Covid-19 kan...more3minPlay
October 09, 2020Iowa keessati, dhukubsattoota 449 mana fayyaa Sioux land keessati namni 72 hospitaala Sioux CityIowa keessati, dhukubsattoota 449 mana fayyaa Sioux land keessati namni 72 hospitaala Sioux City lama keessati yaali argachu jirani. September jidduu keesati nama 31 ture. Manni fayyaa Siouxland Woodbury County keessati namni lama dabalataan du’uu gabaasan waliigalatti namni due 76 gaheera. Namni haarawa qabame ammo 100 oltu jira. Nebraska keessatis yeoo hundaa dhukubsattoota baaye dabalu jiru, 288 tiin, Ogeesonni gariin kan state keessa jiran dhukuba surge barbaachisu akka hojatan himan. Siren...more3minPlay
October 08, 2020Governor Iowa Kim Reynolds Iowa keessati namni baaye dhukkubaan akka qabanii fi hospiitala akka galaGovernor Iowa Kim Reynolds Iowa keessati namni baaye dhukkubaan akka qabanii fi hospiitala akka galan himte, garuu ogeesonni haala kana toohachuuf gargaasa dabalataa akka hin barbaane gabaaste. Harba ganama kana hospitaala keessa nama virus Kanaan qabame 444 yaala godhameefi jira, seaati 24 darban kana keessati namni haarawa qabame 919 yoo tau kan duemmoo 15 dha. Namni dabalataa jiraatus, Reynolds akka jetteti ogeesoni meesha dabalataa kan ittiin toohatan akka gaafatan himte. Namni martuu akka...more2minPlay
October 07, 2020Se’aati 24 keessati sababa Covid-19 Iowa keessati namni 11 dabalataan du’anSe’aati 24 keessati sababa Covid-19 Iowa keessati namni 11 dabalataan du’an. Akka gabaasa Deparmantii ana fayya Iowa tti namni haarawa qabame 500 ol dha. manni fayyaa Sioux land Woodbury County keessati namni lama du’uu gabaasan akkasuman name qabames baayedha. Akka dhukkubni jalqabe nama 73 ka da’e yoo ta’u, namni qabame ammo 6,000 ol dha Woodbury County keessati. Namni dua laaman nama dhiira umrii 80 fi dhiira biraa umri 61-80 jiddu jiruudha. Namni qabame parsantii 15% tare jira kunis barumsa...more2minPlay
October 03, 2020Aana mana barumsaa Sioux City akka gabaasaniiti barattoota fi barsiisoni Covid-19 qabaman akka xiqqaAana mana barumsaa Sioux City akka gabaasaniiti barattoota fi barsiisoni Covid-19 qabaman akka xiqqaa jiru himan. Torbaan darbee nama 32 qabame; torbaan kana nama 26 qabame. Barattoota irra hojattota baayata. Mana barumsaa Leeds Elementary haala daddafinsaan cufamuun gara online irrati deebie jira. Torbaan darbee class 5 ture. Aanan schoola guyyaa jum’aa hundaa gabaasa haarawa kangabasanii dha akkasumas waliigalatti mana fayyaa Siouxland waliin malatteesani jiru. Manni fayyaa Sioux land guyyaa...more3minPlay
October 01, 2020Lakkoofsi nama corona virus qabame Iowa keesati guyyaa darbe keessa 1,000 kan guddate yootau 18 ammoLakkoofsi nama corona virus qabame Iowa keesati guyyaa darbe keessa 1,000 kan guddate yootau 18 ammoo duaniiru. State nis nama qabamu dabalaa dhufes namni hospitaala galus akkasumati dabalaa akka dhufe gabaasan. Ammati namni hospitaala jiru nama 390 dha. Nama 63 hospitaala Sioux City keessa kan jiran dabalate. Kunis guyya tokkoti nama 8 dabalatee. Woodbury County keessati namni haarawa due 1 yoo tau waliigalatti namni due 68 dha akkasumas guyyaa har’aa nama haarawa 41 akka qabame gabaasaniiru....more3minPlay
September 30, 2020Governor Iowa Kim Reynolds namoota Covid-19 qabaman kophaa baafamanii taurrati seera haarawa akkaGovernor Iowa Kim Reynolds namoota Covid-19 qabaman kophaa baafamanii taurrati seera haarawa akka baste beeksifte. Akka gabaasa oduu har’a ganamaati, Reynolds akka jetteti amma irraa jalqabe, namni nama dhukkuba Kanaan qabame walitti dhufeenya kan qabu yoo haguugi fuula seeran ufattan guyyaa 14 kan adda baafamu taau akka hin jirre himte. Reynolds akka jetteti aanandhan mana barumsaa seera qophaa baafamani taa’an kanarraa akka aari qaban himte. Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka jedhiti namni...more2minPlay
September 29, 2020Jiraattoni Iowa sababa Covid-19 kan hospitaala jiran jia afran dabre kana caala guyyaa wiyxata akkaJiraattoni Iowa sababa Covid-19 kan hospitaala jiran jia afran dabre kana caala guyyaa wiyxata akka baaye oldabalee jira akkasumas namni lama dabalataan kandue yoo tau namni 600 oltau akka haarawa qabaman himame. Namni 350 hospitaala kan jiraniidha, nama 57 kan Woodbury jiru dabalatee akka gabaasa mana fayyaa Siouxland tti.kunis guyyaa tokkoti namni 5 dabaluudha. Woodbury County keesati namni haarawa qabame 54 dha guyyaa 14keesati parsantii 15.6% gahera. Wannii kamuu parsantii 15% yoo kantaruu...more3minPlay
FAQs about Siouxland Public Media News: Oromo:How many episodes does Siouxland Public Media News: Oromo have?The podcast currently has 278 episodes available.