Dameen mana fayyaa Iowa se’ati 24 darbe kana keessa sababa Covid-19 namni 6 du’uu gabaase, namni haarawa qabame ammo 600 dha. Woodbury County keessati namni haarawa qabame 14 yoo ta’u waliigalatti namni qabame 3,700 dha. Manni fayyaa Sioux land akka jedhetti babalinna coronavirus hir’uusuf yoo taate guyyaa guyyaa irraa uf eegunan bareeda akka ta’e hima. Ogeessi fayyaa Kanaan milkaahufis haguuga fuula alatti godhachuu qabna. kan biraas, mana taa’i yoo kan namni waliin galtan dhukkubsate, walirraa