Iowa keessati kaleessa as namni haarawa Corona virus qabame 247 dha, waliigalatti namni qabame 43,144 dha waliigalatti namni duemmoo 839 dha. Northwest Iowa keessati, Woodbury County keessati namni waliigalatti qabame 3,576 yoo tau kan waliigalatti duemmoo 47 dha. Har’arraa jalqabame, babalinna corona virus dhaabuf yaalin godhamu, namni otobisii Sioux City yaabatu hundinuu fi gamoodhan maraa keessati haguugi fuula godhatama. Akkasumas, bakka daawwi museum Sioux City namni hunduu akka haguugi