Magaala Woodbury county kessatti namni haarawa coronavirus qabame 11 yoo ta’u, waliigalatti namni qabame 3,282. Dakota county namni haarawa qabame 5 ta’u gabaaste, waliigalati namni qabame 1,805 gahee jira. County sadihi keessati naannawa metro Sioux city, namni waliigalati du’e 83 dha, tokko Union County keessaa dabalate, akkasumas kan qabame union county keessa nama 140 gaheera. Lakkoofsi hojii dhabduma namni guutate Nebraska keessatti turban darbe kan guutame wan ji’a lamaan taree caala