Governor Iowa Kim Reynolds coronavirus hir’isuuf seera kaahame hir’isuu jiruu. Akka conference har’a ganamaatti, Reynolds Jum’aa sa’aati 8:00am irraa jalqabe businasnii kan akka mana nyaata, mana dhugaati fi mana tiyaatiraa harka 100% ni banama jedhaniiru. Garuu umanni addaan fageenya akkuma eeganittii ta’uu qabaa. Pooli daaki, bakka oltii ummata nama guddaa yeroo kaluuti nibanama jedhaniiru. Reynolds akka jettiti virusichaan qabamun gadxiqqaachu jira, akkasumas qorannoo gochuun gudachu jira