Akka oduu confenrence har’ati Iowa governor Kim Reynolds dhukuba babalina covid-19 hiri’isuudhaf seera dabalata akka gootu himte. Wiiyxata dhufu, kan akka mana qumaari, speedways, wal dorgomii tracks, bowling alleys, paarkidhanii fi bakki sirbaa alaa harka 50% banamu nidanda’a. akkasumas bakka sports fi walgahiidhan ummata nama 10 nihayyamama. Manneen dhugaatis naamota muraasa qofan nibanama, addaa fageenyi namas egudhan guyyaa Kamsa akka banamu himame. Itti gafattamaan Manni fayyaa state akka