Damee fayyaa magaala Sioux City naannawa metro argamu namni muraasni covid-19 akka qabame guyyaa harbaa kana gabaase. Duuti haarowni hin jiruu. Magaala Woodbury fi Dakota kessatti waliigalati nama 73 getee dutii. Magaala Woodbury keessatti nama 2 dabalatan qabameera, waliigalatti 3000 olii. Dakota County keessatti namani 1 dabalataan yoo qabame, waliigalatti 1,700 ol taree jira. Union county nama 113 qabamu galmeesite jirti. Magaalan South Dakota keessatti namni haarawa qabame 84 yoo ta’u,