Magaala Dakota county dhukubni coronavirus baay’e dabalaa jira. Manni fayyaa akka gabaaseti Dakota county keessatti namni haarawa coronavirus qabame 361 yoo ta’u, waliigalti 1,400 gahee jira. Lakkoofsi kunis kan dhufe erga hojjatota kampani Tyson ka Dakota City kessati argamu qoratan boodaadha. Magaala Sioux city naannowa metrotti namni du’e 7 gahee jira. Magaala Woodbury county keessatti namni coronavirus qabame 1,500 taree jira. Kunis coronavirusin kan state Iowa keessati qabame nama 11,500