Manni fayya Iowa akka gabaaseti namni haarawa Coronavirus qabame 107 yoo ta’u, kunis nama 19 magaala woodbury county dabalateeti. Irra guddan namni dhukuba Kanaan qabame nama umrii 18 – 60 jidduu jiraniidha. Akkasumas namni 7 dabala du’uun himame, waliigalati namni du’e nama 90 gahaniiru. Guyya Kibxata, itti gaafataman fayya akka jedhe, magaala Woodbury county keessatti namni 1 yerroo jalqabatif coronavirus du’uu himame. Gaazexaan magaala Sioux City akka gabaseti namichi sun nama umrii 64