Oromo News 12/03/2020 Governor Iowa Kim Reynolds state keessati nama Covid-19 tiin qabaman jalqabni talaali akka kennamu himan. Akka oduu conference guyyaa har’aati, Reynolds akka jetteti jiraattota bakka nursing home jiraataniif jalqaba Decemeber 13th kan kennamu ta’a. Pyfizer dhaan talaalin 26,000 kan feamu ta’a. Iowa December keessa qoricha talaali baaye dabalataan kan argattu ta’a, talaali Modern irraa dabalate, jia dhumatti waliigalatti qoricha talaali 172,000 kan galu ta’a. talaalichi