Oromo News 06/18/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Nebraska fi South Dakota ayyaana federal Juneteenth kabajuudhaf har’a barrii biirrowan State cufanii jirani. Juneteenth ayyaana United State keessati bara 1865, June 19 irraa jalqabe nama gabroomsu dhaabamun kan kabajamuudha. Haataumalee, Governor Iowa Kim Reynolds waaye Juneteenth irraa homa hin dubanne. State ayyaana kana bara 2002 irraa ayyanefachuu kan jalqabaniidha, haatau malee