Oromo News 05/26/2021 Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya. Deparmantiin mana fayyaa Iowa akka gabaasaniti namni haarawa due kan hin jirreefi waliigalatti akka dhukkubnni jalqabe sababa Covid-19 namni duee 6,035 akka tae himaa. Namni haarawa qabame ammoo 170 dha, namni 6 Woodbury County keessa kan jiruudha. Talaali corona virus namni fudhati gad xiqqaata dhufu jira, ogeessa fayyaa Iowa akka jedheti torbaan kana keessa namni talaali corona